Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Kabajni gootoota Ityoophiyaaf jecha wareegamaniif yaa ta’u – MM Abiy Ahimad
Finfinnee, Onkololeessa 24, 2014 (FBC) –Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad Onkololeessa 24, guyyaa gootoonni Raayyaa Ittisaa Ajeja Kaabaa itti wareegaman sababeeffachuun ergaa dabarsaniiru.…
Manni Maree Ministirootaa guutuu biyyattitti labsii yeroo arifachiisaa labse
Finfinnee, Onkololeessa 23, 2014 (FBC)- Manni Maree Ministirootaa guutuu biyyattitti labsii yeroo arifachiisaa labseera.
Ministirri Ministeera Haqaa Dooktar Geediyoon…
Namni dhuunfaa kamiyyuu meeshaa waraana harkasaarratti argamu kamiyyuu buufatale poolisii kutaa…
Finfinnee, Onkololeessa 23, 2014 (FBC)- Namni dhuunfaa kamiyyuu meeshaa waraana harkasaarratti argamu kamiyyuu buufata poolisii kutaa magaaloota 11 keessatti galmeessu akka qabu Poolisii…
‘Lammii’ koo jedhee osoo tajaajiluu gara jabeeyyotaan akka hoolatti kan qalame Gooticha…
Finfinnee, Onkololeessa 23, 2014 (FBC)- 'Lammii' koo jedhee osoo tajaajiluu gara jabeeyyotaan akka hoolatti kan qalame, Gooticha Raayyaa Ittisa Biyyaa Ajajaa Kaabaa yoomiyyuu hin irraanfannu…
Manni Maree Ministiroota guutuu biyyattitti labsii yeroo arifachiisaa labse
Finfinnee, Onkololeessa 23, 2014 (FBC)- Manni Maree Ministirootaa guutuu biyyattitti labsii yeroo arifachiisaa labseera.
Ministirri Ministeera Haqaa Dooktar Geediyoon Ximootiyoos…
Aadde Caaltuu Saanii Ityoophiyaatti Daayrektara Baankii Addunyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Onkololeessa 23, 2014 (FBC)- Ministirri Ministeera Magaalaa fi Bu’uraalee Misoomaa aadde Caaltuu Saanii Baankii Addunyaatti Daayreektara Ityoophiyaa, Eertiraa, Sudaanii fi Sudaan…
Poolisiin naannoo Amaaraa miseensota humna addaa leenjisaa ture eebbisiise
Finfinnee, Onkololeessa 23, 2014 (FBC)- Ityoophiyaa baraaruuf mootummaan naannoo Amaaraa miseensota humna addaa leenjisaa ture guyyaa har’a eebbisiiseera.
Sirna eebbichaarratti itti…
Ummanni Affaar garee ABUT biyya diiguuf wiixxirfataa jiru awwaaluuf ashaaraa isaa akka kaa’uu…
Finfinnee, Onkololeessa 23, 2014 (FBC)- Ummanni Affaar garee shororkeessaa ABUT biyya diiguuf wiixxirfataa jiru awwaaluuf injifanno galmaa’aa jiruurratti ashaaraa isaa akka kaa’uu waamichi…
Barattoonni godina Arsii lixaa qormaata seensaa dhaabbilee barnoota olaanoof qophii gahaa taasisaa…
Finfinnee, Onkololeessa 23, 2014 (FBC)- Barattoonni godina Arsii Lixaa qormaata seensaa dhaabbilee barnoota olaanoof qophii gahaa taasisaa jiraachuu himaniiru.
Barattoonni godinicha…
Gareen Shororkeessaa ABUT haleellaan Izii Kaabaarratti raawwate seenaan kan hin dagganneedha-MNS
Finfinnee, Onkololeessa 23, 2014 (FBC)-Gareen shororkeessaa ABUT gootichaa raayyaa ittisa biyyaarratti haleellaan raawwatee gochaa yoomiiyyu seenaan hin dagannee fi sukkanneessaa ta’uusaa…