Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Waanjoo garbummaa irra deebiin hin fudhannuu-Mootummaa naannoo Sidaamaa
Finfinnee, Onkololeessa 23, 2014 (FBC)-‘Waanjoo garbummaa irra deebiin hin fudhannuu’ jechuun mootummaan naannoo Sidaamaa haala waqtaawaa biyyarratti ibsa laateera.
Ummattoonni…
Dhimmoota nageenyaa fi tasgabbii magaalaa Finfinnee qoran irratti tarkaanfii seeraa keessa hin…
Finfinnee, Onkololeessa 23, 2014 (FBC)-Nageenyaa fii tasgabbii Magaalaa Finfinnee eegsisuu ilaalchisee Humna Waloo Nagaaf Tasgabbii eegsisaa irraa ibsa kennameera.
Nageenyaa fi tasgabbii…
Ityoophiyaa badhaate ijaaruuf dhaloonni barate murteessaadha-Preezdaant Shimallis
Finfinnee, Onkololeessa 23, 2014 (FBC)-Jilli preezdaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa obboo Shimallis Abdiisaa fi Ityoopiyaatti Ambaasaaddara Chaayinaa Zaahoo Zhiyuuwaan durfamu Mana…
Waloon hojjechuun duudhaalee qabnutti fayyadamnee biyya keenya ni guddisna-Aadde Mufariyaat Kaamiil
Finfinnee, Onkololeessa 23, 2014 (FBC)- Ministirri Ministeera Hojii fi Kalaqaa Aadde Mufariyaat Kaamiil Ityoophiyaanoonni waloon hojjechuun duudhaalee qabnutti fayyadamnee biyya keenya…
Namoonni meeshaa waraanaa qaban kan hin galmeessisne guyyaa lama keessatti akka galmeessan gaafatame
Finfinnee, Onkololeessa 23, 2014 (FBC)- Finfinnee keessatti qaamoleen meeshaa waraanaa qabaniifi kan hin galmeessiin guyyaa lama keessatti akka galmeessisan Hogganaan Biiiroo bulchinsaafi…
Hoggansii fi ummanni marti humnasaa Ityoophiyaa baraarurraa gochuu qaba- Waajjira paartii…
Finfinnee, Onkololeessa 23, 2014 (FBC)- Hoggansii fi ummanni marti humnasaa Ityoophiyaa baraarurraa gochuu qaba jedhan, hogganaan Waajjira paartii Badhaadhinaa Naannoo Harari Obbo…
Garee ABUT barbadeessuuf uummattoonni Gaambeellaa Raayyaa ittisaa cinaa akka dhaabbataan waamichi…
Finfinnee, Onkololeessa 23, 2014 (FBC)- Garee shororkeessaa ABUT barbadeessuun gara misoomaatti deebi’uuf uummattoonni Gaambeellaa Raayyaa ittisa biyyaa cinaa akka dhaabbataan waamichi…
Jilli preezdaant Shimallisiin durfamu ijaarsa zoonii diinagdee Addaa Gadaa daawwate
Finfinnee, Onkololeessa 23, 2014 (FBC)- Jilli preezdaantii mootummaa naannoo Oromiyaa Shimallis Abdiisaa fi Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Chaayinaa Zaahoo Zhiyuuwaan durfamu bakka ijaarsa…
Manneen Barnootaa Bultii Addaa Ifa Boruu bara kana ijaarsi isaanii xumuramee hojii baruuf…
Finfinnee, Onkololeessa 23, 2014 (FBC)- Manneen Barnootaa Bultii Addaa Ifa Boruu Bara kana ijaarsi isaanii xumurame 7 keessatti barattoota 240 simatee barsiisuuf qophii hundaa xumuruu…
Uummattoonni naannoo Kibbaa biyya baraaruuf tattaaffii taasifamuurratti akka hirmaataniif waamichi…
Finfinnee, Onkololeessa 23, 2014 (FBC)- Uummattoonnii fi hoggantoonni naannoo Kibbaa biyya baraaruuf tattaaffii taasifamuurratti akka hirmaataniif Mootummaan Naannichaa waamicha…