Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Bulchisoonni magaaloota Booranaa fi Makaanaa Salaam RIB adda waraanaa Wallootti argamaniif deeggarsa…
Finfinnee, Hagayya 24, 2013 (FBC)- Bulchisoonni magaaloota Booranaa fi Makaanaa Salaam raayyaa ittisa biyyaa adda waraanaa Wallootti argamaniif deeggarsa taasisaaniiru.
Deeggarsa horii…
Sababa lola gareen ABUT baneen manneen barnootaa kumni 7 walakkaa fi guutumatti barbadaa’uu ibsame
Finfinnee, Hagayya 24, 2013 (FBC) – Sababa lola gareen shororkeessaa ABUT baneen manneen barnootaa kumni 7 walakkaa fi guutumatti barbadaa’uu Ministeerri Barnootaa beeksiise.
…
Yuunvarsiitiin Wallaggaa lammiilee qe’ee fi qabeenyaasaaniirra buqqa’aniif deeggarsa adda addaa…
Finfinnee, Hagayya 24, 2013 (FBC)- Yuunvarsiitiin Wallaggaa Kaabaa Ityoophiyaatti lammiilee qe’ee fi qabeenyaasaaniirra buqqa’aniif magaalaa Dassee buufatanii jiraaniif deeggarsa adda…
Miidiyaaleen waldhabdee uumame akkaataa isaan ittiin gabaasan ijaarsa biyyaa keessatti gumaacha…
Finfinnee, Hagayya 24, 2013 (FBC)- Miidiyaaleen waldhabdee uumame akkaataa isaan ittiin gabaasan ijaarsa biyyaa keessatti gumaacha olaanaa qaba jedhan hayyoonni.
Waltajjiin Gumii Balal…
Biirichi manneen barnootaa seeraan ala daballii gatii taasiisanirratti tarkaanfii kan fudhatu ta’uu…
Finfinnee, Hagayya 24, 2013 (FBC) – Biiroon Barnootaa Magaalaa Finfinnee Manneen Barnootaa dhuufaa seeraan ala dhiibbaa fi daballii gatii taasiisanirratti tarkaanfii kan fudhatu ta’uu…
Dooktar Abiy Ahimadii fi preezdaant Pool Kaagameen mari’atan
Finfinnee,Hagayya 23, 2013 (FBC)-Muummeen Ministira FDRI Dooktar Abiy Ahimad preezdaantii Ruwaandaa Pool Kaagamee waliin mari'ataniiru.
Jilli Dooktar Abiy Ahimadiin durfamu…
Naannoo Affaar adda waraanaa Barihaalleetti miseensoonni gareen shororkeessaa ABUT fi meeshaaleen…
Finfinnee, Hagayya 23, 2013 (FBC)- Naannoo Affaar adda waraanaa Barihaalleetti miseensoonni gareen shororkeessaa ABUT fi meeshaaleen waraanaa booji’amaniiru.
Meeshaalee booji’aman…
Hoggantoonnii fi hojjettoonni baankichaa raayyaa ittisa biyyaaf deeggarsa Birrii miiliyoona 800…
Finfinnee, Hagayya 23, 2013 (FBC)- Hoggantoonnii fi hojjettoonni baankii Daladlaa Ityoophiyaa raayyaa ittisa biyyaaf deeggarsa Birrii miiliyoona 800 taasisaaniiru.
Preezdaantiin…
Dooktar Abiy Ahimad Ahimad daawwannaa hojiif Ruwaandaa galan
Finfinnee, Hagayya 23, 2013 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad daawwannaa hojiif Ruwaandaa galaniiru.
Dooktar Abiy Ahimad turtii isaanii Kiigaaliitti taasisaniin…
Godina Arsii aanaa Muunessaa magaalaa Qancarreetti manni baroonta Ifa Boruu sadarkaa 2ffaa eebbifame
Finfinnee, Hagayya 23, 2013 (FBC)- Godina Arsii aanaa Muunessaa magaalaa Qancarreetti manni baroonta Ifa Boruu sadarkaa 2ffaa Birrii miiliyoona 36’n ijaarrammee eebbifameera.
Sirna…