Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Aadde Adaanach Abeebee miseensoota kaabinee waliin ta’uun humna qilleensa Ityoophiyaa daawwatan
Finfinnee, Hagayya 23, 2013 (FBC)- Itti aantuun kantiibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee miseensoota kaabinee waliin ta’uun humna qilleensa Ityoophiyaa daawwataniiru.
Aadde…
Atileet Yaalamzarf Yehoolaaw fiigicha maraatooni dubartootaa walakkaan rikkardii addunyaa cabsite
Finfinnee, Hagayya 23, 2013 (FBC)- Atileet Yaalamzarf Yehoolaaw fiigicha maraatooni dubartootaa walakkaa Ayaarlaandii Antiirimaa Koostiitti gaggeeffaammeen rikkardii addunyaa cabsiteeetti.…
Koolleejjiin Paaradaayiz Vaalii damee Shaashamannee barattoota kuma 11 fi 956 eebbisiise
Finfinnee, Hagayya 23, 2013 (FBC)- Koolleejjiin Paaradaayiz Vaalii damee Shaashamannee barattoota muumee garagaraatin barsiisaa turee kuma 11 fi 956 eebbisiiseera.
Sooressii fi abbaan…
Raayyaa Ittisa Biyyaa jajjabeessuuf deemsi miilaa Kiiloomeetira 5 magaalaa Gaambeellaatti deemame
Finfinnee, Hagayya 23, 2013 (FBC)- Raayyaa Ittisa Biyyaa jajjabeessuuf deemsi miilaa Kiiloomeetira 5 magaalaa Gaambeellaatti deemame.
Gootichi Raayyaan Ittisa Biyyaa birmadummaa biyyaa…
Hawaasni Ispoortii fi deeggartoonni akkasumas uummanni Magaalaa Magaalaa Sabbataa hiriira…
Finfinnee, Hagayya 23, 2013 (FBC)- Hawaasni Ispoortii fi deeggartoonni akkasumas uummanni Magaalaa Magaalaa Sabbataa hiriira balaleeffannaa garee Shanee fi ABUT bahaniiru.
Hawaasni…
Sagantaan Ashaaraa Magariisaa ‘Kottaa Ityoophiyaa haa uuwwisnuu’ magaalaa Bishooftuutti gaggeeffame
Finfinnee, Hagayya 23, 2013 (FBC)- Sagantaan Ashaaraa Magariisaa ‘Kottaa Ityoophiyaa haa uuwwisnuu’ magaalaa Bishooftuutti gaggeeffame
Saganticharratti aagnaa’onnii hojii mootummaa,…
MM Dooktar Abiy Ahimad simannaa preezdaant Yuuweerii Museeviiniin taasisaniif galateeffatan
Finfinnee, Hagayya 23, 2013 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad simannaa preezdaantiin Ugaandaa Yuuweerii Museeviiniin taasisaniif galateeffataniiru.
Dooktar Abiy…
Baatiiwwan lamaan darbanitti miseensoonni gareen shoroorkeessaa Shanee 373 barbadeeffamaan
Finfinnee, Hagayya 23, 2013 (FBC)- Baatiiwwan lamaan darbanitti tarkaanfii Mootummaan gareen shoroorkeessaa Shaneerratti fudhateen humnoonni garichaa 373 barbadeeffamuu Komishinarri…
Dr Abiy Atleet Tigist Gazzahaany dorggommi dubartoota meetira 1500 injifachuun meedaliyaa warqee…
Finfinnee, Hagayya 22, 2013(FBC)- Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad Atleet Tigist Gazzahaany dorggommi dubartoota meetira 1500 injifachuun meedaliyaa warqee argamsisteef erga baga…
Juuntaan ummanni naannoo Tigraay deeggarsa akka hin argannee taasisuun diinummaa isaa mirkaneesse
Finfinnee, Hagayya 22, 2013(FBC)- Juuntaan ummanni naannoo Tigraay deeggarsa akka hin argannee taasisuun diinummaa uummataa naannichaaf qabu ragaan mirkaneessuu dhalattoonni naannoo Tigraay…