Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Magaalichatti dhaabbilee daldalaa 1 fi 886 daballii gatii hin mallee taasisaan irratti tarkaanfii…
Finfinnee, Hagayya 22, 2013(FBC)- Magaalaa Finfinneetti dhaabbilee Daldalaa kuma 1 fi 886 daballii gatii taasisaan irratti tarkaanfiin fudhatamu Biiroon Daldalaa Magaalaa Finfinnee beeksise.…
Manni Maree Naannoo Affaar Yaa’ii idilee 11ffaa bara hojii 5ffaa Wiixata dhufu ni gaggeessa jedhame
Finfinnee, Hagayya 22, 2013(FBC)- Manni Maree Naannoo Affaar Yaa’ii idilee 11ffaa bara hojii 5ffaa Wiixata dhufu akka jalqabuu beeksise.
Af-yaa’iin Naannichaa aadde Amiina Seekoo, yaa’iin…
Hoggantoonnii fi hojjettoonni Biiroo Qonnaa fi Qabeenya Uumama Oromiyaa naannoo Hara Dandiitti…
Finfinnee, Hagayya 22, 2013(FBC)- Hoggantoonnii fi hojjettoonni Biiroo Qonnaa fi Qabeenya Uumama Oromiyaa jiraattoota Godina Shawaa Lixaa aanaa Dandii waliin ta’uun nannawaa harichaatti…
Godina Beench Shakkootti hiriirri garee shororkeessaa ABUT mormuu gaggeeffame
Finfinnee, Hagayya 22, 2013(FBC)- Godina Beench Shakkootti hiriirri garee shororkeessaa ABUT mormuu fi raayyaa ittisa biyyaa deeggaru gaggeeffameera.
Gareen shororkeessaa ABUT…
Koolleejjiin Seenaaboor kaampaasii Shaashamannee barattoota kuma 1 fi 64 barsiisaa ture eebbisiise
Finfinnee, Hagayya 22, 2013(FBC)- Koolleejjiin Seenaaboor kaampaasii Shaashamannee barattoota kuma 1 fi 64 barsiisaa ture eebbisiiseera.
Barattoonini kan eebbifaman sagantaa BLTO …
Yuunvarsiitiin Odaa Bultuum barattoota kuma 1 fi 354 barsiisaa ture eebbisiise
Finfinnee, Hagayya 22, 2013(FBC)- Yuunvarsiitiin Odaa Bultuum barattoota kuma 1 fi 354 marsaa sadaffaaf barsiisaa ture eebbisiiseera.
Sirna eebbichaarrattis Itti Aantuun…
Gareen shororkeessaa ABUT Daloolin to’achuuf yaaliin taasisee humna addaa fi milishaa naannoo…
Finfinnee, Hagayya 22, 2013(FBC)- Gareen shororkeessaa ABUT naannoo Affaar Daloolin to’achuuf yaaliin taasisee humna addaa fi milishaa naannoo Affaariin fashala’eera.
ABUT naannichatti…
Biiroon Daldalaa Oromiyaa raawwii hojii bara darbee fi qophii gara fuulduraarratti marii geggeessaa…
Finfinnee, Hagayya 22, 2013(FBC)- Biiroon Daldalaa Oromiyaa raawwii hojii bara darbee fi qophii gara fuulduraarratti marii geggeessaa jira.
Biiroon daldalaa Oromiyaa gamaaggama raawwii…
Yuunvarsiitiin Salaalee barattoota kuma 1 fi 54 ebbisiise
Finfinnee, Hagayya 22, 2013(FBC)- Yuunivarsiitiin Salaalee Marsaa 3ffaan barattoota kuma 1fi 54 Muummeewwan barnoota garagaraan barsiisaa ture ebbisiiseera.
Lammiilee naamusaa fi gahumsa…
Dooktar Abiy Ahimad naannoo Awwaareetti mana harka qalleeyyii haaromsaan laatan
Finfinnee, Hagayya 22, 2013(FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad naannoo Awwaareetti mana harka qalleeyyii haaromsaan har’a jiraattootaaf laataniiru.
Dooktar Abiy Ahimad…