Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Waldaan Diyaaspooraa Oromoo haala yeroorratti marii gaggeessaa jiru
Finfinnee, Hagayya 22, 2013(FBC)- Waldaan Diyaaspooraa Oromoo haala waqtaawaa biyyarratti waltajjii marii gaggeessaa jiru.
Kaayyoon waltajjiichas rakkoo nageenyaa biyyatti mudata jiru…
Godina Matakkalitti baatii Fulbaana filannoo gaggeeffamuuf haala nageenyaa mijataa uumuuf hojjetama…
Finfinnee, Hagayya 22, 2013(FBC)- Baatii Fulbaana Godina Matakkalitti filannoo gaggeeffamuu haala nageenyaa mijaata uumuu xiyyeeffannoon hojjetamaa jiraachuu Komaandi Poostiin Godinicha…
Yuunvarsiitiin Waraabee barattootaa eebbisiise
Finfinnee, Hagayya 22, 2013(FBC)- Yuunvarsiitiin Waraabee barattoota muummee garagaraatin leenjisaa eebbisiiseera.
Yuunvarsiitichi barattoota kan eebbisisuu marsaa 2ffaa yoo ta’uu, sirma…
Dooktar Abiy Ahimad Ilma Mootii Saa’udii waliin bilbilaan mari’atan
Finfinnee, Hagayya 22, 2013(FBC)- Muummeen Ministira FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ilma Mootii Saa’udii, itti aanaa Muummee Ministiraa fi Ministira Raayyaa ittisa biyyaa Mohaammad Biin Saalmaan…
Yuunvarsiitiin Walaayittaa Sooddoo barattoota kuma 5 fi 726 eebbisiise
Finfinnee, Hagayya 22, 2013(FBC)- Yuunvarsiitiin Walaayittaa Sooddoo marsaa 13ffaaf barattoota muummee garagaraatin baarsisaa ture kuma 5 fi 726 eebbisiiseera.…
Abbootiin qabeenyaa Alaa hojii Invastimantiirratti akka bobba’aniif fooyya’iinsi …
Finfinnee, Hagayya 21, 2013 (FBC) – Abbootiin qabeenyaa Alaa hojii Invastimantiirratti akka bobba'aniif fooyya'iinsi Imaammataa taasiifamuu Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimaad …
Jilli garee Angoolaa Ityoophiyaatti damee Loojistiksiin muuxxannoo waljijjiirraa gaggeesse
Finfinnee, Hagayya 21, 2013 (FBC) – Jilli garee Abbaa Taaayitaa Maariitaayimii Angoolaa Ityoophiyaatti damee Loojistiksiin muuxxannoo waljijjiirraa gaggeesseera.
Jilichi Damee…
Yuunvarsiitiin Odaa Bultum boru barattoota ogummaa garaagaraan barsiisaa ture ni eebbisiisa
Finfinnee, Hagayya 21, 2013 (FBC) – Yuunvarsiitiin Odaa Bultum boru barattoota ogummaa garaagaraan sagantaa idilee fi idilee alaan barsiisaa ture kuma 1 fi 354 kan eebbisiisu ta'uu…
Dhaabbileen Indaastirii Simmintoo Oomishan waliin mariin taasiifame
Finfinnee, Hagayya 21, 2013 (FBC) – Komishiiniin Invastimantii Oromiyaa dhaabbilee indaastirii Simmintoo Naannoo Oromiyaa keessatti omishan waliin mari'ateera.
Mariin taa'amees bu’a…
Obbo Dammaqaan Ministira Dhimma Alaa Hind waliin mari’atan
Finfinnee, Hagayya 21, 2013 (FBC) – Itti Aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makoonniin Ministira Dhimma Alaa Hindii Dooktar Suubraamaaniyaa…