Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Sooftiweeriin bulchiinsa ragaa Manneenii ifoome
Finfinnee, Hagayya 21, 2013 (FBC) – Sooftiweeriin bulchiinsa ragaa Manneenii har’a ifatti eebbifameera.
Sooftiweerichi hanqina qabiinsaa fi bulchiinsa ragaa manneenii sadarkaa biyyaatti…
Magaalaa Hawaasatti dhaabbilee daldalaa daballii gatii taasiisanirratti tarkaanfiin fudhatame
Finfinnee, Hagayya 21, 2013 (FBC) – Magaalaa Hawaasatti hordoffii fi to’annoo taasiifameen dhaabbilee Daldalaa daballii gatii seeraan alaa taasiisan 48 irratti tarkaanfiin fudhatamuu…
Lammiileen Ityoophiyaa 455 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Hagayya 21, 2013 (FBC) – Lammiileen Ityoophiyaa 455 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’aniiru.
Deebitoota keessaa 129 daa’imman yoo ta’an, 326 ammoo dubartoota…
Godina Goojjam Bahaatti miseensonni ABUT fi Shanee 42 to’ataman
Finfinnee, Hagayya 21, 2013 (FBC) – Godina Goojjam Bahaatti namoota shakkiin to'ataman 174 keessaa 42 miseensota ABUT fi Shanee ta'uu isaanii mirkanaa'uu ibsameera.
Gareen…
Ambaasaaddar Jamaal Bakar itti gaafatamaa dhaabbata godaantoota idil addunyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Hagayya 21, 2013 (FBC) – Bahireenitti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Jamaal Bakar Itti gaafatamaa dhaabbata godaantoota idil addunyaa Mahammaad Alzaarkaanii waliin mari’ataniiru.…
Damee barnootaan bu’aa barbaadamu galmeessuuf ga’umsa hoggansaa guddisuun murteessadha jedhame
Finfinnee, Hagayya 21, 2013 (FBC) - Damee barnootaan bu’aa barbaadamu galmeessuuf ga’umsa hojiilee hoggansaa guddisuunirratti hojjechu murteessaa ta’uu ibsameera.
Hojii…
Magaalaa Kombolchaatti Doolaarri seeraan alaa to’atame
Finfinnee, Hagayya 21, 2013 (FBC) – Bulchiinsa Magaalaa Kombolchaatti Doolaarri seeraan alaa kumni 49 fi 300 to’atamuu ibsameera.
Magaalaa Kombolchaa Keellaa Yuunvarsiitii…
Godina Baalee aanaa Harannaa Bulluqitti miseensoonni Shanee to’ataman
Finfinnee, Hagayya 21, 2013 (FBC) – Godina Baalee aanaa Harannaa Bulluqitti miseensoonni Shanee to'atamuu Qajeelchi Poolisii Godinichaa beeksise.
Hirmaannaa hawaasa bal’aa fi…
Magaalaa Daabaatiitti lootee seentoonni miseensota garee shororkeessaa to’ataman
Finfinnee, Hagayya 21, 2013 (FBC) – Godina Walloo Kaabaa Magaalaa Daabaatiitti lootee seentoonni miseensota garee shororkeessaa ABUT 150 to’atamuu ibsame.
Lootee seentoonni…
Lammiileen Ityoophiyaa Taanzaaniyaatti mana hidhaa keessa turan 100 gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Hagayya 21, 2013 (FBC) – Lammiileen Ityoophiyaa Taanzaaniyaatti mana hidhaa keessa turan 100 gara biyyaa deebi’uu ibsameera.
Lammiileen Ityoophiyaa Taanzaaniyaa…