Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Yuunvarsiitiin Walaayittaa Sooddoo barattoota kuma 5 fi 726 eebbisiise
Finfinnee, Hagayya 22, 2013(FBC)- Yuunvarsiitiin Walaayittaa Sooddoo marsaa 13ffaaf barattoota muummee garagaraatin baarsisaa ture kuma 5 fi 726 eebbisiiseera.…
Abbootiin qabeenyaa Alaa hojii Invastimantiirratti akka bobba’aniif fooyya’iinsi …
Finfinnee, Hagayya 21, 2013 (FBC) – Abbootiin qabeenyaa Alaa hojii Invastimantiirratti akka bobba'aniif fooyya'iinsi Imaammataa taasiifamuu Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimaad …
Jilli garee Angoolaa Ityoophiyaatti damee Loojistiksiin muuxxannoo waljijjiirraa gaggeesse
Finfinnee, Hagayya 21, 2013 (FBC) – Jilli garee Abbaa Taaayitaa Maariitaayimii Angoolaa Ityoophiyaatti damee Loojistiksiin muuxxannoo waljijjiirraa gaggeesseera.
Jilichi Damee…
Yuunvarsiitiin Odaa Bultum boru barattoota ogummaa garaagaraan barsiisaa ture ni eebbisiisa
Finfinnee, Hagayya 21, 2013 (FBC) – Yuunvarsiitiin Odaa Bultum boru barattoota ogummaa garaagaraan sagantaa idilee fi idilee alaan barsiisaa ture kuma 1 fi 354 kan eebbisiisu ta'uu…
Dhaabbileen Indaastirii Simmintoo Oomishan waliin mariin taasiifame
Finfinnee, Hagayya 21, 2013 (FBC) – Komishiiniin Invastimantii Oromiyaa dhaabbilee indaastirii Simmintoo Naannoo Oromiyaa keessatti omishan waliin mari'ateera.
Mariin taa'amees bu’a…
Obbo Dammaqaan Ministira Dhimma Alaa Hind waliin mari’atan
Finfinnee, Hagayya 21, 2013 (FBC) – Itti Aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makoonniin Ministira Dhimma Alaa Hindii Dooktar Suubraamaaniyaa…
Sooftiweeriin bulchiinsa ragaa Manneenii ifoome
Finfinnee, Hagayya 21, 2013 (FBC) – Sooftiweeriin bulchiinsa ragaa Manneenii har’a ifatti eebbifameera.
Sooftiweerichi hanqina qabiinsaa fi bulchiinsa ragaa manneenii sadarkaa biyyaatti…
Magaalaa Hawaasatti dhaabbilee daldalaa daballii gatii taasiisanirratti tarkaanfiin fudhatame
Finfinnee, Hagayya 21, 2013 (FBC) – Magaalaa Hawaasatti hordoffii fi to’annoo taasiifameen dhaabbilee Daldalaa daballii gatii seeraan alaa taasiisan 48 irratti tarkaanfiin fudhatamuu…
Lammiileen Ityoophiyaa 455 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Hagayya 21, 2013 (FBC) – Lammiileen Ityoophiyaa 455 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’aniiru.
Deebitoota keessaa 129 daa’imman yoo ta’an, 326 ammoo dubartoota…
Godina Goojjam Bahaatti miseensonni ABUT fi Shanee 42 to’ataman
Finfinnee, Hagayya 21, 2013 (FBC) – Godina Goojjam Bahaatti namoota shakkiin to'ataman 174 keessaa 42 miseensota ABUT fi Shanee ta'uu isaanii mirkanaa'uu ibsameera.
Gareen…