Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ambaasaaddar Jamaal Bakar itti gaafatamaa dhaabbata godaantoota idil addunyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Hagayya 21, 2013 (FBC) – Bahireenitti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Jamaal Bakar Itti gaafatamaa dhaabbata godaantoota idil addunyaa Mahammaad Alzaarkaanii waliin mari’ataniiru.…
Damee barnootaan bu’aa barbaadamu galmeessuuf ga’umsa hoggansaa guddisuun murteessadha jedhame
Finfinnee, Hagayya 21, 2013 (FBC) - Damee barnootaan bu’aa barbaadamu galmeessuuf ga’umsa hojiilee hoggansaa guddisuunirratti hojjechu murteessaa ta’uu ibsameera.
Hojii…
Magaalaa Kombolchaatti Doolaarri seeraan alaa to’atame
Finfinnee, Hagayya 21, 2013 (FBC) – Bulchiinsa Magaalaa Kombolchaatti Doolaarri seeraan alaa kumni 49 fi 300 to’atamuu ibsameera.
Magaalaa Kombolchaa Keellaa Yuunvarsiitii…
Godina Baalee aanaa Harannaa Bulluqitti miseensoonni Shanee to’ataman
Finfinnee, Hagayya 21, 2013 (FBC) – Godina Baalee aanaa Harannaa Bulluqitti miseensoonni Shanee to'atamuu Qajeelchi Poolisii Godinichaa beeksise.
Hirmaannaa hawaasa bal’aa fi…
Magaalaa Daabaatiitti lootee seentoonni miseensota garee shororkeessaa to’ataman
Finfinnee, Hagayya 21, 2013 (FBC) – Godina Walloo Kaabaa Magaalaa Daabaatiitti lootee seentoonni miseensota garee shororkeessaa ABUT 150 to’atamuu ibsame.
Lootee seentoonni…
Lammiileen Ityoophiyaa Taanzaaniyaatti mana hidhaa keessa turan 100 gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Hagayya 21, 2013 (FBC) – Lammiileen Ityoophiyaa Taanzaaniyaatti mana hidhaa keessa turan 100 gara biyyaa deebi’uu ibsameera.
Lammiileen Ityoophiyaa Taanzaaniyaa…
Magaalaa Jiimmaatti dareewwan barnootaa 89 tola ooltootaan ijaaramaman
Finfinnee, Hagayya 21, 2013 (FBC) – Magaalaa Jiimmaatti dareewwan barnootaa 89 Birrii miiliyoona 44niin tola ooltootan ijaaramuu ibsameera.
Dareewwan barnootaa kun abbootii…
Manneen amala sirreessaa iddoo sarbama mirga namoomaa osoo hin iddoo Lammiileen gogongorarraa…
Finfinnee, Hagayya 21, 2013 (FBC) – Manneen amala iirreessaa iddoo dararamaa fi sarbama mirga namoomaa osoo hin taane iddoo Lammiileen dogongora isaaniirraa baratan ta’uu akka qabu Abbaan…
Ejjennoon Manni Maree Nageenyaa qabate hanqinuma jiru waliin dhugaa Ityoophiyaa kan hubateedha –…
Finfinnee, Hagayya 21, 2013 (FBC) – Ejjennoon Manni Maree Nageenyaa eda galgala qabate hanqina jiru waliin hanga tokko dhugaa Ityoophiyaa kan hubate ta’uu Dubbii Himaan Ministeera Dhimma…
Naannoon Kibbaa Raayyaa Ittisa Biyyaaf Deeggarsa taasiise
Finfinnee, Hagayya 21, 2013 (FBC) – Naannoon Kibbaa sangoota kuma 2 ol Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa taasiiseera.
Sangoonnii kumni 2 fi 87 fi Ra’oonni 500 jiraattoota…