Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Naannoon Kibbaa Raayyaa Ittisa Biyyaaf Deeggarsa taasiise
Finfinnee, Hagayya 21, 2013 (FBC) – Naannoon Kibbaa sangoota kuma 2 ol Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa taasiiseera.
Sangoonnii kumni 2 fi 87 fi Ra’oonni 500 jiraattoota…
Aarbaa Mincitti hiriirri balaaleffannaa garee shororkeessaa ABUT fi Shanee gaggeeffame
Finfinnee, Hagayya 21, 2013 (FBC) – Magaalaa Aarbaa Mincitti hiriirri balaaleffannaa garee shororkeessaa ABUT fi ABO Shanee fi deeggarsi Raayyaa Ittisaa gaggeeffameera.…
Ityoophiyaan rakkoo keessoo ishee humna ofiin furachuu dandeettii qabdi – Mana Maree Nageenyaa
Finfinnee, Hagayya 21, 2013 (FBC) – Ityoophiyaan rakkoo keessoo ishee humna ofiin furachuu dandeettii kan qabdu ta'uu Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanniitti Biyyoonni miseensa…
Raayyaa ittisa biyyaaf Birrii miiliyoonni 30 ol waadaan galame
Finfinnee, Hagayya 20, 2013 (FBC)-Godinni Waalayittaa raayyaa ittisa biyyaaf Birrii miiliyoona 30 ol laachuu waada galuu ibsameera.
Sadarkaa godinattis loowwan 351 aanooleerra…
Ityoophiyaan sirnoota heera motummaa eeguuf tattaaffiin taasiftuu kan dinqisiifatamuudha-Preezdaant…
Finfinnee, Hagayya 20, 2013 (FBC)- Ityoophiyaan sirnoota heera motummaa eeguuf tattaaffiin taasiftuu kan dinqisiifatamuudha jechuu preezdaantiin Sudaan Kibbaa Saalvaa Kiir Maayaridiit…
Jilli preezdaant Shamallisii fi Dooktar Girmaan durfamu Godina Shawaa Bahaa Aanaa Luumeetti oomisha…
Finfinnee, Hagayya 20, 2013 (FBC)- Jilli Preezdaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaa fi Sadarkaa Itti aanaa Preezdaantiitti Qindeessaan Misooma Baadiyyaa Dooktar Girmaa…
Miseensonni raayyaa ittisa biyyaa gantummaa raawwataan hidhaan adabaman
Finfinnee, Hagayya 20, 2013 (FBC)- Biyyaa fi raayyaa ittisa biyyaarratti gantummaa raawwachuun miidhaa kan qaqqabsiisaan miseensoota raayyaa ittisa biyyaarratti murtoo hidha hanga waggaa 18…
Hidha haaromsaa guddichaa hordofee Mana Maree Nageenyaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaaniif yaadni…
Finfinnee, Hagayya 20, 2013 (FBC)- Itti Aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimmaa Alaa obbo Dammaqaa Makoonniin Ambaasaaddaroota miseensoota biyyoota Mana Maree Nageenyaa…
Dooktar Abiy Ahimad preezdaant Saalvaa Kiir waliin mari’atan
Finfinnee, Hagayya 20, 2013 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad Preezdaantii Sudaan Kibbaa Saalvaa Kiir waliin mari’ataniiru.
Preezdaantiin Sudaan Kibbaa Saalvaa…
Waltajjiin Karoora waggaa 10 Nyaataa fi Sirnaa Nyaataa Ityoophiyaa fi Sagantaan Waadaa babal’ina…
Finfinnee, Hagayya 20, 2013 (FBC)- Waltajjiin Karoora waggaa 10 Nyaataafi Sirnaa Nyaataa Itiyoophiyaafi Sagantaan Waadaa babal’ina Saqoxaa eegaleera.
Sagantaan kun erga eegale bu’aa…