Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Waltajjiin Karoora waggaa 10 Nyaataa fi Sirnaa Nyaataa Ityoophiyaa fi Sagantaan Waadaa babal’ina…
Finfinnee, Hagayya 20, 2013 (FBC)- Waltajjiin Karoora waggaa 10 Nyaataafi Sirnaa Nyaataa Itiyoophiyaafi Sagantaan Waadaa babal’ina Saqoxaa eegaleera.
Sagantaan kun erga eegale bu’aa…
Yuunvarsiitii Booranaa yeroo jalqabaatiif barattoota simatee barsiisuuf qophii xumuruu beeksise
Finfinnee, Hagayya 20, 2013 (FBC)- Yuunvarsiitii Booranaa yeroo jalqabaatiif Hagayya 27, 2013 barattoota simatee barsiisuuf qophii xumuruu beeksise.
Yuunvarsiichaatti meeshaaleen…
Jiraattoonni Godina Gujii Lixaa Aanaa Surroo Barguddaa hiriira balaaleeffannaa Shanee fi ABUT bahaan
Finfinnee, Hagayya 20, 2013 (FBC)- Jiraattoonni Godina Gujii Lixaa Aanaa Surroo Barguddaa hiriira balaaleeffannaa Shanee fi ABUT bahaaniiru.
Jiraattoonni kunniin shaneen waggoota afur…
Aadde Caaltuu Saanii magaalaa Bishooftuutti koree tasgabbii gabaa waliin mari’atan
Finfinnee, Hagayya 20, 2013 (FBC)- Itti Aantuun Preezdaantii fi Qindeesituun Kilaastera Misooma magaaloota Oromiyaa Aadde Caaltuu Saanii magaalaa Bishooftuutti koree tasgabbii gabaa waliin…
Jilli preezdaant Shimallis Abdiisaa fi Dooktar Girmaa Amanteen durfamu qonna ganna garaagaraa aanaa…
Finfinnee, Hagayya 20, 2013 (FBC)- Jilli preezdaant Shimallis Abdiisaa fi Dooktar Girmaa Amanteen durfamu qonna ganna garaagaraa aanaa Adaamii Tulluu daawwateeera.
Jilli Preezdaantii…
Yuunvarsiitiin Asoosaa damee fayyaatin barsiisaa kan ture barattoota 96 eebbisiise
Finfinnee, Hagayya 20, 2013 (FBC)- Koolleejjiin Inistityuutii Saayinsii Fayyaa Yuunvaarsiitii Asoosaa barattootaa damee fayyaa garagaraatin leenjisaa ture 96 har’a eebbisiseera.…
Ityoo Teeleekoom tajaajila intarneetii 4G riijinii giddugalaa Lixaa magaalaa Ambootti eegalchiise
Finfinnee, Hagayya 20, 2013 (FBC)- Ityoo Teeleekoom tajaajila intarneetii dhaaloota 4ffaa (4G) riijiinii giddugalaa Lixaa magaalaa Ambootti eegalchiiseera.
Hojii gaggeessituu olaantuun…
Yuunvarsiitiichi hojjeettootaa, dhaabbilee adda addaa isa waliin hojjetaa turanii fi qaamolee biroof…
Finfinnee, Hagayya 20, 2013 (FBC)- Badhafamaa Hert Konvenshiiniin bara 2021 kan ta’ee Yuunvarsiitiin Jimmaa hojjeettootaa, dhaabbilee adda addaa isa waliin hojjetaa turanii fi qaamota biroof…
Hojiiwwan deeggarsa nageenyaa fi tasgabbii Ityoophiyaa karaa balaarra hin buusneen raawwatamu…
Finfinnee, Hagayya 20, 2013 (FBC)- Hojiiwwan deeggarsa nageenyaa fi tasgabbii Ityoophiyaa karaa balaarra hin buusneen raawwatamu akka qabu Ministeerri Dhimma Alaa beeksiseera.
Dubbi…
Preezdaant Saalvaa Kiir Maayariidiit daawwannaa hojiif Finfinnee galan
Finfinnee, Hagayya 20, 2013 (FBC)- Preezdaantiin Sudaan Kibbaa Saalvaa Kiir Maayariidiit daawwannaa hojiif Finfinnee galaniiru.
Preezdaantiichi wayita buufata Xiyyaaraa Boolee Idil…