Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Koolleejjiin Poolisii naannoo Amaaraa Poolisoota Humna addaa leenjisaa ture eebbisiisa jira
Finfinnee, Hagayya 20, 2013 (FBC)-Koolleejjiin Poolisii naannoo Amaaraa Poolisoota Humna addaa leenjisaa ture eebbisiisa jira.
Eebbifamtoonni kunniin Inistiitiyuutii Leenjii Poolisii…
Chaayinaan Ityoophiyaan birmadummaa fi walabummaa ishee eeguuf tattaaffii taasiftuu akka deeggartu…
Finfinnee, Hagayya 20, 2013 (FBC)- Chaayinaan Ityoophiyaan birmadummaa fi walabummaa ishee eeguuf tattaaffii taasiftuu akka deeggartu Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Chaayinaa Yaan Yzoo…
Magaalaa Dabaarqitti shakkamtoonni 124 to’annaa jala oolan
Finfinnee, Hagayya 20, 2013 (FBC)-Godina Gondar Kaabaa magaalaa Dabaarqitti shakkamtoonni 124 to’annaa jala oolaniiru.
Seensaa fi ba’uumsa magaalichaatti sakattoo taasifameen…
Naannoo Oromiyaatti leenjiin itti fayyadamaa lafaa magaalaa Adaamaatti laatamaa jira
Finfinnee, Hagayya 20, 2013 (FBC)- Naannoo Oromiyaatti leenjiin itti fayyadamaa lafaa magaalaa Adaamaatti laatamaa jira.
Leenjichi magaalaa Adaamaa Galmaa Abbaa Gadaatti laatamaa kan jiru…
Lammiileen Ityoophiyaa 452 Saa’ud Arabiyaarraa deebi’an
Finfinnee, Hagayya 19, 2013 (FBC) – Lammileen Ityoophiyaa Saa’ud Arabiyaatti haala rakkisaa keessa turan 452 gara biyyaa deebi’aniiru.
Hojii lammiilee kanneen gara biyyaa…
Qaala’iinsa gatii hir’isuuf qamadiin Tooniin kumni dhibbi 4 bitamuun alaa galaa jira jedhame
Finfinnee, Hagayya 19, 2013 (FBC) - Qaala’iinsa gatii hir’isuuf qamadiin Tooniin kumni dhibbi 4 bitamuun alaa galaa jiraachuu Waajjira Muummee Ministiraatti Gorsaa olaanaan Diinagdee…
Ummanni Afaar garee shororkeessaa ABUT barbadeessuun ofii fi naannoo baraaruu qaba – Obbo…
Finfinnee, Hagayya 19, 2013 (FBC) - Ummanni Afaar garee shororkeessaa ABUT iddoolee garaagaraatti riphee jiru barbadeessuun ofii fi naannoo isaa baraaruu akka qabu Preezdaantiin Naannoo…
Jilli Aadde Caaltuun durfamu magaalaa Mojootti hojii qaala’iinsa gabaa tasgabbeessuuf…
Finfinnee, Hagayya 19, 2013 (FBC) – Jilli Itti aantuu Preezdaantii fi Qindeessituu kilaastara misooma magaaloota Oromiyaa Aadde Caaltuu Saaniin durfamu magaalaa Mojootti hojii qaala'iinsa…
Obbo Dammaqaa Mokkonniin dhaabbileen idil addunyaa deeggarsa namoomaa taasisaa jiran bifa…
Finfinnee, Hagayya 19, 2013 (FBC)- Itti Aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimmaa Alaa obbo Dammaqaa Makoonni Obbo Dammaqaan Mokkonniin dhaabbilee idil addunyaa deeggarsa…
Naannoo Kibbaatti Birriin carraa hojii uumuf liqeeffame biiliyoonni 2 ol kan hin deebine ta’uu…
Finfinnee, Hagayya 19, 2013 (FBC) – Naannoo Kibbaatti Birriin carraa hojii uumuf liqeeffame biiliyoonni 2 ol osoo hin deebi’in hafuu ibsameera.
Birriin Carraa Hojii Uumuuf…