Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Aadde Caaltuu Saanii Harargee Lixaatti harka qalleeyyii deeggaran
Finfinnee, Hagayya 19, 2013 (FBC) – Itti Aantuun Preezdaantii fi Qindeesituun Kilaastera Misooma magaaloota Oromiyaa Aadde Caaltuu Saanii harka qalleeyyii fi qaama miidhamtoota magaalaa…
FBC’n mana harka qalleeyyii baatii tokko dura haaromsaa ture xumuruun dabarse
Finfinnee, Hagayya 19, 2013 (FBC)- Faanaa Broodkaastiing Koorporeet magaalaa Finfinnee kutaa magaalaa Lidataatti mana harka qalleeyyii baatii tokko dura haaromsaa ture xumuruun laateera.…
Godinni Goofaa raayyaa ittisa biyyaaf deeggarsa Birrii miiliyoona 36 ol taasise
Finfinnee, Hagayya 19, 2013 (FBC)- Godinni Goofaa raayyaa ittisa biyyaaf deeggarsa Birrii miiliyoona 36 ol taasiseera.
Godinni Goofaa marsaa 3ffaan deeggarsa garagaraa sangoota 231 fi…
Waldaaleen Hojii Gamtaa Shamattoota bu’uuraa magaalaa Finfinnee Raayyaa Ittisaaf deeggarsa taasiisan
Finfinnee, Hagayya 19, 2013 (FBC) – Waldaaleen Hojii Gamtaa Shamattoota bu’uuraa magaalaa Finfinnee Raayyaa Ittisaaf Birrii Miiliyoona 15 deeggarsa taasiisaniiru.
Hoggantoonni…
Aanaa Bureetti meeshaaleen waraanaa seeraan ala daddarbarfamaa turan to’anna jala oolan
Finfinnee, Hagayya 19, 2013 (FBC)- Godina Iluu Abbaa Boor Aanaa Bureetti meeshaaleen waraanaa seeraan ala daddarbaarfamaa turan to'annoo jala ooluu ibsameera.
Konkolaataa meeshaalee…
ABUT deeggartoota isaa fi meeshaalee hidhate gatee baqataa jira jedhame
Finfinnee, Hagayya 19, 2013 (FBC) – Gareen Shpororkeessaa ABUT deeggartoota isaa fi meeshaalee hidhate gatee baqataa jiraachuu Ajejoonni adda Waraanaa Godina Walloo ibsaniiru.…
Paarisiitti hiriirri garee shororkeessaa ABUT mormu gaggeeffame
Finfinnee, Hagayya 19, 2013 (FBC)- Paarisiitti hiriirri garee shororkeessaa ABUT mormu gaggeeffameera.
Lammiileen Ityoophiyaa fi Ityoophiyaanoonni Faransaay jiraatan raayyaa ittisa…
Lo’ee seenaan gareen shororkeessaa ABUT qabeenyaa qonnaan bultoota aanolee Daabaarq saamee baqataa…
Finfinnee, Hagayya 19, 2013 (FBC)- Lo’ee seenaan gareen shororkeessaa ABUT qabeenyaa qonnaan bultoota aanolee Daabaarq saamee baqataa jiraachuu bulchaan bulchiinsa Godina Gondar Kaabaa…
Dargaggoonni duudhaa waloo itti fufsiisuun nageenya biyyaaf qooda isaanii akka ba’an waamichi…
Finfinnee, Hagayya 19, 2013 (FBC) – Dargaggoonni duudhaa waloo itti fufsiisuun nageenya biyyaaf qooda isaanii akka ba’an waamichi dhiyaateera.
Ministeerri Nageenyaa Yuunvarsiitii…
Miseensoota raayyaa ittisa garee shororkeessaa ABUT’f hojjechaa turaan irratti murtoon balleessummAa…
Finfinnee, Hagayya 19, 2013 (FBC)- Manni murtii Raayyaa Ittisa Biyyaa Ajajaa Kibbaa miseensoota Raayyaa Ittisa Biyyaa miseensa ajajichaa ta’anii garee ABUT ’fhojjachaa turan irratti murtoo…