Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Jiraattoonni godina Horroo Guduruu Wallaggaa hiriira balaalleeffannaa Shanee fi ABUT bahan
Finfinnee, Hagayya 19, 2013 (FBC)- Jiraattoonni godina Horroo Guduruu Wallaggaa hiriira balaalleeffannaa Shanee fi ABUT bahaniiru.
Godinichatti jiraattoonni aanaalee 11 fi bulchiinsa…
Magaalaa Buttaajiraatti hirirri balaalleeffannaa Shanee fi ABUT gaggeeffame
Finfinnee, Hagayya 19, 2013 (FBC)-Godina Guraagee magaalaa Buttaajiraatti hirirri balaaleefannaa gareewwan dhororkeessitoota Shaanee fi ABUT gaggeeffameera.
Jiraattoonni godina Guraagee…
Dhaabbileen Amantaa nageenya buusuuf qooda isaanii ba’u qabu jedhame
Finfinnee, Hagayya 19, 2013 (FBC) – Abbootiin amantaa dhaabbilee amantaa magaalaa Finfinneetti argaman hunda keessaa walitti babba’an dhimmoota waqtaawarratti mari’ataniiru.
Marichi…
ABUT nyaata daa’immanii saamuun hidhattootaa isaaf hiraa jira
Finfinnee, Hagayya 19, 2013 (FBC)-Ministeerri Dubartootaa, Daa’immanii fi Daraggoota gareen shororkeessaa ABUT nyaata daa’immaniif seenaan saamuun garee hidhattootaaf hiraa jiru mormeera.…
Jiraattonni Magaalaa Nageellee garee shororkeessaa ABUT fi Shanee hiriira bahuun balaaleffatan…
Finfinnee, Hagayya 19, 2013 (FBC)-Jiraattonni Magaalaa Nageellee garee shororkeessaa ABUT fi Shanee hiriira bahuun balaaleffataniiru.
Godina Gujii Magaalaa Nageellee fi jiraattonni…
Ambaasaaddar Abdulfattaa Abdullayii Somaaliyaatti Ambaasaaddara Turkii waliin mari’atan
Finfinnee, Hagayya 19, 2013 (FBC)-Somaaliyaatti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Abdulfattaa Abdullayii Somaaliyaatti Ambaasaaddara Turkii Mahaammat Yilmaaz waliin mari’ataniiru.…
ABUT Baankii Daldala damee Nifaas Maawucaatti argamu saamuun waardiyyaa baankicha ajjeese deemeera
Finfinnee, Hagayya 19, 2013 (FBC)- Gareen shororkeessaa ABUT Baankii Daldala Ityoophiyaa damee Nifaas Maawucaatti argamu saamuu fi barabadeessuun waardiyyaa baankichaa ajjeese deemeera.…
Walaayittaa Sooddootti hiriirri deeggarsaa Raayyaa Ittisaa gaggeeffame
Finfinnee, Hagayya 19, 2013 (FBC) –Jiraattoonni aanaalee godina Walaayittaa hunda keessaa walitti babba’an Magaalaa Walaayittaa Sooddootti hiriira ba’uun deeggarsa Raayyaa Ittisaaf qaban…
Mariin Addis Wag ‘kutannoon birmadummaa biyyaaf’ mata duree jedhuun gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Hagayya 19, 2013 (FBC) – Mariin Addis Wag ‘kutannoon birmadummaa biyyaaf’ mata duree jedhuun Waajjira Muummee Ministiraatti gaggeeffamaa jira jedhame.
Waltajjichaan…
Ambaasaaddar Reedawaan miseensota biyyoota Yaa’aa olii Naayil waliin mari’ataniiru
Finfinnee, Hagayya 18, 2013 (FBC) –Ministir Deettaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Reedawaan Huseen Ambaasaaddaroota biyyoota Yaa'aa olii Naayil waliin mari'ataniiru.
Ambaasaaddar…