Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Meeshaaleen waraanaa Bahaar Daarii ka’ee Finfinnee galuuf ture to’atame
Finfinnee, Hagayya 18, 2013 (FBC) –Meeshaaleen waraanaa seeraan alaa Bahaar Daarii ka'ee magaalaa Finfinnee galuuf ture too'atamuu ibsameera.
Shugguxiiwwan xixiqqoon 83, Rasaasni…
Gaaga’ama Ityoophiyaa muudateef qaama furmaataa ta’uuf miseensonni Diyaaspooraa gara Ityoophiyaa…
Finfinnee, Hagayya 18, 2013 (FBC) – Gaaga’ama Ityoophiyaa muudateef qaama furmaataa ta’uuf miseensonni Diyaaspooraa biyyoota garaagaraa keessaa walitti babba’an 500 gara Ityoophiyaa…
Ejjennoo Raashiyaan haala waqtaawaa Ityoophiyaa ilaalchisee qabatteen Ityoophiyaan gammadduudha –…
Finfinnee, Hagayya 18, 2013 (FBC) – Ejjennoo Raashiyaan haala waqtaawaa Hidha Haaromsaa fi naannoo Tigraayirratti qabatteen Ityoophiyaan gammadduu ta’uu Raashiyaatti…
Aadde Adaanach dubartoota magaalaa Finfinnee keessaa walitti babba’aniif muuxxannoo qoodan
Finfinnee, Hagayya 18, 2013 (FBC) – Itti aantuun Kaantibaa magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebee dubartoota magaalaa Finfinnee keessaa walitti babba’aniif muuxxannoo…
Hidha Haaromsaaf Diyaaspooraarraa Birrii miiliyoonni 272 walitti qabame
Finfinnee, Hagayya 18, 2013 (FBC) – Bara baajataa xumurameetti Hidha Haaromsaaf Diyaaspooraarraa Birrii miiliyoonni 272 walitti qabamuu Ejansiin Diyaaspooraa Ityoophiyaa beeksiiseera.…
Aadde Mufariyaat Kaamiil bakka bu’aa ergamaa adda Afrikaa Gamtaa Awrooppaa waliin mari’atan
Finfinnee, Hagayya 18, 2013 (FBC)- Ministirri Ministeera Nageenyaa aadde Mufariyaat Kaamiil bakka bu’aa ergamaa adda Afrikaa Gamtaa Awrooppaa Dooktar Aneetee Weebaar waliin mari’atan.…
Naannoon Kibbaa Raayyaa Ittisaaf deeggarsa taasiise
Finfinnee, Hagayya 18, 2013 (FBC) – Bulchiinsi Mootummaa Naannoo Kibbaa sangoota 55 Raayyaa Ittisaaf deeggarsa taasiiseera.
Deeggarsa ummataa fi mootummaa naannoo Kibbaarraa…
Gareen shoroorkeessaa ABUT hospitala tajaajila hawaasaa Nifaas Mawucaarratti miidhaa qaqqabsiise
Finfinnee, Hagayya 18, 2013 (FBC)- Gareen shoroorkeessaa ABUT Naannoo Amaaraa godina Gondar Kibbaa hospitala tajaajila hawaasaa Nifaas Mawucaarratti miidhaa qaqqabsiiseera.
Fuula…
Yuunvarsiitiin Saayinsii fi Teeknooloojii lammiilee buqqa’aniif deeggarsa taasise
Finfinnee, Hagayya 18, 2013 (FBC)- Yuunvarsiitiin Saayinsii fi Teeknooloojii sababa garee Shororkeessaa ABUT lammiilee qe’eesaaniirra buqqa’aniif deeggarsa taasisuu beeksisee.
Magaalaa…
Naannoo Hararii fi Dirree Dawaatti Miseensota Raayyaa Ittisa Biyyaa duraanii Raayyaa Ittisaatti…
Finfinnee, Hagayya 18, 2013 (FBC) – Naannoo Hararii fi bulchiinsa magaalaa Dirree Dawaatti Miseensota Raayyaa Ittisa Biyyaa duraanii Raayyaa Ittisa Biyyaatti makamaniif sagantaan…