Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Naannoo Hararii fi Dirree Dawaatti Miseensota Raayyaa Ittisa Biyyaa duraanii Raayyaa Ittisaatti…
Finfinnee, Hagayya 18, 2013 (FBC) – Naannoo Hararii fi bulchiinsa magaalaa Dirree Dawaatti Miseensota Raayyaa Ittisa Biyyaa duraanii Raayyaa Ittisa Biyyaatti makamaniif sagantaan…
Kutaa magaalaa Liddataatti Maallaqni seeraan alaa kuufamee ture to’atameera
Finfinnee, Hagayya 18, 2013 (FBC) – Magaalaa Finfinnee Kutaa magaalaa Liddataatti Doolaarri seeraan alaa kuufamee ture kumni 5 fi Birriin Ityoophiyaa kumni dhibbi 1 ol to’atameera.…
Kutaa magaalaa Booleetti meeshaaleen waraanaa seeraan alaa Kilaash Kooviin 20 to’atame
Finfinnee, Hagayya 18, 2013 (FBC) – Magaalaa Finfinnee kutaa magaalaa Booleetti meeshaaleen waraanaa seeraan alaa Kilaash Kooviin 20 to’atamuu Komishiniin Poolisii magaalaa Finfinnee…
Yuunvarsiitiin Saayinsii fi Teeknooloojii Adaamaa lammiilee buqqa’aniif deeggarsa taasise
Finfinnee, Hagayya 18, 2013 (FBC)- Yuunvarsiitiin Saayinsii fi Teeknooloojii Adaamaa lammiilee buqqa’aniif deeggarsa taasiseera.
Yuunvarsiitichi meeshaalee Birrii miiliyoona 1.2tti…
Godina Arsii Lixaatti Fooramiin Invastimantii Mootummaa fi Abbootii qabeenyaa gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Hagayya 18, 2013 (FBC) – Godina Arsii Lixaatti Fooramiin Invastimantii Mootummaa fi Abbootii qabeenyaa gaggeeffamaa jiraachuu himameera.
Kaayyoon fooramichaa Abbaan…
Giddugalli nyaata Tasfaa Birhaan 6ffaan eebbifame
Finfinnee, Hagayya 18, 2013 (FBC)- Giddugalli nyaata Tasfaa Birhaan 6ffaan eebbifameera.
Giddugalli nyaata Tasfaa Birhaan damee Kutaa magaalaa Nifaas Silki Laaftoo naannoo Jamoo…
Hoggantoonni dubartootaa fi haadholii Bulchiinsa magaalaa Dirree Dawaa raayyaa ittisa biyyaaf galaa…
Finfinnee, Hagayya 18, 2013 (FBC)- Hoggantoonni dubartootaa fi haadholii Bulchiinsa magaalaa Dirree Dawaa raayyaa ittisa biyyaaf galaa qopheessaniiru.
Ityoophiyaa baraaruuf raayyaa ittisa…
Yaa’iin Dhaabbilee amantaa magaalaa Finfinnee marii gaggeessaa jiru
Finfinnee, Hagayya 18, 2013 (FBC) – Yaa’iin Dhaabbilee Amantaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee mata duree ‘Duudhaalee Amantaaleen waliin qabnu Nageenyaa fi Tokkummaa biyyaatiif’ jedhuun marii…
Ityoophiyaatti weerarri vaayrasii koroonaa sadaffaan muul’ate
Finfinnee, Hagayya 18, 2013 (FBC)- Weerarri vaayrasii koroonaa sadaffaan Ityoophiyaatti muul’achuu Ministirri Ministeera Fayyaa Dooktar Liyaa Taaddasaan ibsaniiru.
Ityoophiyaatti torbee…
Humni Waloo qaamolee gareen shororkeessaa ABUT iddoo adda addaatti facaase seeratti dhiyeessu…
Finfinnee, Hagayya 18, 2013 (FBC) – Humni Waloo qaamoleen gareen shororkeessaa ABUT iddoo adda addaatti facaase to’achuun seeratti dhiyeessuuf dandeessiisu hundaa’uu ibsameera.…