Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Sochii gareewwan shororkeessitoota Shanee fi ABUT ittisuuf qophii ga’aa taasisaa jiraachuu Godinni…
Finfinnee, Hagayya 18, 2013 (FBC)- Sochii gareewwan shororkeessitoota Shanee fi ABUT ittisuuf qophii ga’aa taasisaa jiraachuu Godinni Adda Saba Oromoo beeksise
Hoggantoonni hojii…
Godinni Giddugaleessa Goondar Duula olaantummaa seeraaf Birrii miiliyoona dhibba 2 fi miiliyoona 65…
Finfinnee, Hagayya 18, 2013 (FBC) – Godinni Giddugaleessa Goondar Duula olaantummaa seeraaf Birrii miiliyoona dhibba 2 fi miiliyoona 65 deeggarsa taasiisuu beeksiiseera.
Aggaammii duula…
Rakkoon naannoo Tigraay dhimma keessoo Ityoophiyaati – Itti aanaa Preezdaantii Sudaan Kibbaa
Finfinnee, Hagayya 18, 2013 (FBC) – Rakkoon naannoo Tigraay dhimma keessoo Ityoophiyaati jedhan Itti aanaan Preezdaantii Sudaan Kibbaa Huseen Abduul Baaggii Akool.
Sudaan…
Ajejaan Waliigalaa Raayyaa Ittisaa Jeneraal Birhaanuu Juulaan gita isaanii Soomaaliyaa waliin…
Finfinnee, Hagayya 17, 2013 (FBC) –Ajejaan Waliigalaa Raayyaa Ittisaa Ityoophiyaa Jeneraal Birhaanuu Juulaan gita isaanii Somaaliyaa waliin mari'atan
Jeneraal Birhaanuu Juulaan, Ajejaa…
Manni Maree naannoo Hararii labsiiwwanii fi muudamoota dhiyaatan raggaasiisuun xumurame
Finfinnee, Hagayya 17, 2013 (FBC) –Yaa'iin Idilee 1ffaa bara hojii 6ffaa Mana Maree naannoo Hararii guyyoota 4f gaggeeffamaa ture labsiiwwanii fi muudamoota dhiyaatan raggaasiisuun…
Dooktar Abiy Muummee Ministiraa haaraa Isiraa’eel waliin mari’atan
Finfinnee, Hagayya 17, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimaad Muummee Ministiraa haaraa Isiraa'eel Naaftaalii Beeneet waliin bilbilaan mari'ataniiru.
Harii waloo fi…
Boordichi naannolee filannoo itti hin gaggeeffamneetti guyyaa sagalee laachuu ifoomse
Finfinnee, Hagayya 17, 2013 (FBC)-Boordiin Filannoo Biyyoolessaa Ityoophiyaa naannolee filannoo Waxabajjii 14, 2013 sagaleen itti hin laatamneerratti paartiilee siyaasa dorgoman waalin marii…
Qajeelfama to’annoo daldala Jimaa irratti qooda fudhattootaa waliin Magaalaa Dirree Dhawaatti…
Finfinnee, Hagayya 17, 2013 (FBC)- Qajeelfama to'annoo daldala Jimaa irratti qooda fudhattootaa waliin Magaalaa Dirree Dhawaatti mari'atameera.
Marii kana irratti…
Ajandaa dhoksaa biyyoonni fi dhaabbileen idil addunyaa tokko tokko Ityoophiyaa bituuf qaban irratti…
Finfinnee, Hagayya 17, 2013 (FBC)- Ajandaa dhoksaa biyyoonnii fi dhaabbileen idil adduunyaa tokko tokko Ityoophiyaa bituuf qaban irratti qabsa’uu qabna jedhan itti aantuun Kaantiibaa…
Preezdaant Saahiwarq Zawdee Jila adda Gaanfaa Afrikaa Gamtaa Awrooppaa waliin mari’atan
Finfinnee, Hagayya 17, 2013 (FBC)- Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdee dhiyeenya kan muudaman Ergamoota adda Gaanfaa Afrikaa Gamtaa Awrooppaa Aneet Weebaar waliin mari’ataniiru.
Turti…