Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Lammiileen Ityoophiyaa 646 Saa’ud Arabiyaarra gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Hagayya 17, 2013 (FBC)- Lammiileen Ityoophiyaa 646 Saa’ud Arabiyaarra gara biyyaa deebi’aniiru.
Daa’imman 210 dabalatee waliigala lammiileen 646 Saa’ud Arabiyaarra gara biyyaa…
Umrii garee shororkeessaa gabaabsuuf murannoon kaaneerra – Duultoota Adda Waraanaa Walloo
Finfinnee, Hagayya 17, 2013 (FBC) – Umrii garee shororkeessaa ABUT gabaabsuuf murannoon ka’uu isaanii duultoonni Adda Waraanaa Walloo ibsaniiru.
Garee Shororkeessaa faallaa…
Yuuniyeeniin qonnaa maraa Jimmaa jireenyaa qonnaan bulaa fooyyeessaa jira jedhame
Finfinnee, Hagayya 17, 2013 (FBC)- Yuuniyeeniin qonnaa maraa Jimmaa jireenyaa qonnaan bulaa fooyyeessaa jira jedhameera.
Yuuniyeenichi waldaalee 14 aanaalee shan keessatti jiraniin kan…
Jiraattonni godina Walloo lameen mineensoota raayyaa ittisa biyyaaf deeggarsa taasisaa jiraachuun…
Finfinnee, Hagayya 17, 2013 (FBC)- Jiraattonni godina Walloo Kaabaa fi Kibbaa miseensoota raayyaa ittisa biyyaa adda waraanaa Walloo jiraniif deeggarsa taasisaa jiraachuu himaniiru.…
Walloo Kaabaa Aanaa Maqeetii fi aanaalee biroo to’annoo jala oolchuuf hojjetamaa jira jedhame
Finfinnee, Hagayya 17, 2013 (FBC) – Godina Walloo Kaabaa Aanaa Maqeetii fi aanaalee biroo to’annoo jala oolchuuf hojjetamaa jiraachuu ibsameera.
Godina Walloo Kaabaa aanaalee…
Adda Waraanaa Walloo Kaabaatti Loltoonni garee ABUT Raayyaa Ittisaatti karaa nagaan harka laatan
Finfinnee, Hagayya 17, 2013 (FBC) – Dargaggonni naannoo Tigraay adda waraanaa Walloo Kaabaa irratti hirmaachuuf ergaman karaa nagaan Raayyaa Ittisaa Biyyaatti harka laachuu ibsame.…
Hojjettoonni Ministeera Maallaqaa Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa Birrii miiliyoona dhibba 1 fi…
Finfinnee, Hagayya 17, 2013 (FBC)- Hoggantoonnii fi Hojjettoonni Ministeera Maallaqaa fi dhaabbilee itti waamamoo Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa Birrii miiliyoona dhibba 1 fi…
Magaaloonni Godina Walloo Kaabaa fi Kibbaa raayyaa ittisa biyyaan to’atamaa jiru jedhame
Finfinnee, Hagayya 17, 2013 (FBC)- Tarkaanfii Raayyaa ittisaa biyyaa fudhata jirun magaaloonni Godina Walloo Kaabaa fi Kibbaa raayyaa ittisa biyyaan to’atamaa jiraachuu ibsameera.…
Hojjettoonni Waajjira Muummee Ministiraa Raayyaa Ittisaaf dhiiga arjooman
Finfinnee, Hagayya 17, 2013 (FBC) – Hojjettoonni Waajjira Muummee Ministiraa Raayyaa Ittisaaf dhiiga arjoomuun aantummaa isaanii agarsiisaniiru.
Hojjettoonni Waajjira Muummee…
Meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 21 olitti tilmamamaan to’annaa jala oola
Finfinnee, Hagayya 17, 2013 (FBC)- Meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 21 olitti tilmamamaan to’annaa jala ooluu Komishiniin Gumurukaa beeksiseera.
Torbe darbee…