Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Waldaan Artistoota Oromoo,Biiroo Aadaa fi Tuurizimii Oromiyaa fi hojjettoonni giddu gala aadaa…
Finfinnee, Hagayya 17, 2013 (FBC) – Waldaan Artistoota Oromoo,Biiroo Aadaa fi Tuurizimii Oromiyaa fi hojjettoonni giddu gala aadaa Oromoo Raayyaa Ittisa Biyyaaf dhiiga…
Yuunvarsiitii Jimmaatti leenjiin tola ooltumma gannaa eegalame
Finfinnee, Hagayya 17, 2013 (FBC) – Tola ooltota dhaabbilee barnootaa olaanoo biyyattii irraa walitti babba'aniif Yuunvarsiitii Jimmaatti leenjiin kennamuu eegaleera.
Leenjii kun…
Hojjettoonnii fi barsiisoonni Yuunvarsiitii Aarbaa Minci Raayyaa Ittisaaf deeggarsa taasiise
Finfinnee, Hagayya 17, 2013 (FBC) – Hojjettoonni fi barsiisoonni Yuunvarsiitii Aarbaa Minci Raayyaa Ittisaaf deeggarsa taasiisaniiru.
Qaamoleen kunneen mindaa ji’a 1 Raayyaa…
Hoggantoonnii fi hojjettoonni Koomishiniichaa raayyaa ittisa biyyaaf deeggarsa miindaa baatii tokkoo…
Finfinnee, Hagayya 17, 2013 (FBC)- Hoggantoonnii fi hojjettoonni Koomishiinii Naamusaa fi Farraa Malaamaltummaa Fedeeraalaa Raayyaa Ittisa Biyyaaf miindaasaanii baatii tokkoo fi dhiiga…
Yuunvarsiitiin Dirree Dawaa Raayyaa Ittisaa fi lammiilee buqqa’aniif deeggarsa taasiise
Finfinnee, Hagayya 17, 2013 (FBC) – Yuunvarsiitiin Dirree Dawaa Raayyaa Ittisaa fi lammiilee kutaalee biyyaattii garaagaraa buqqa’aniif deeggarsa taasiiseera.
Yuunvarsiitiin Dirree…
Rakkoo Ityoophiyaanootaarra gahaa jiru kan mormu hiriirri gaggeeffame
Finfinnee, Hagayya 17, 2013 (FBC)- Saa’uud Arabiyaattii rakkoo, hidhaa fi dhiibbaan Ityoophiyaanootarra gahaa jiru kan mormu hiriirri Imbaasii Saa’ud Arabiyaa Finfinneetti argamutti…
Ityoophiyaan mootummaa Chaayinaarraa kan ergameef talaallii vaayrasii koroonaa fudhatte
Finfinnee, Hagayya 17, 2013 (FBC)- Ityoophiyaan mootummaa Chaayinaarraa kan ergameef talaallii vaayrasii koroonaa doozii kuma 300 fudhatteetti.
Ministirri Ministeera Fayyaa Dooktar Liyaa…
Gujii fi Walaayittaatti hirirrii balaaleffannaa garee shororkeessaa ABUT fi ABO Shanee gaggeeffame
Finfinnee, Hagayya 17, 2013 (FBC) – Godina Gujii magaalaa Adoolaa fi Magaalaa Walaayittaa Sooddootti hirirrii balaaleffannaa garee shororkeessaa ABUT fi ABO Shanee gaggeeffameera.…
Obbo Musxaafeen jila Paarlaamaa Keeniyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Hagayya 16, 2013 (FBC) – Itti aanaan Preezdaantii naannoo Somaalee obbo Musxaafee Mahaammad jila Paarlaamaa Keeniyaa waajjira isaaniitti simachuun dubbisaniiru.
Obbo Musxaafeen…
Jilli obbo Dhaabaan durfamu aanaa Cinaaqsanitti Qamadii Kilaasteraan misoome daawwate
Finfinnee, Hagayya 16, 2013 (FBC) – Jilli Hogganaa Biiroo Qonnaa fi Qabeenya Uumamaa Oromiyaa obbo Dhaabaa Dabaleen durfamu godina Harargee Bahaa Aanaa Cinaaksanitti Qamadii Kilaastaraan…