Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Yuunvarsiitiin Qabiradaarii fi Jigjigaa Raayyaa Ittisaaf deeggarsa taasiisan
Finfinnee, Hagayya 16, 2013 (FBC) – Yuunvarsiitiin Qabiradaarii Birrii miiliyoona 3 fi Yuunvarsiitii Jigjigaa Birrii miiliyoona 3 Raayyaa Ittisaaf deeggarsa taasiisaniiru.
Yuunvarsiitiin…
Miseensoonni ogeeyyii Aartii garee Humna Qilleensaa Ityoophiyaa leenjitoota loltuu idilee fi…
Finfinnee, Hagayya 16, 2013 (FBC) – Miseensoonni Ogeeyyii Aartii garee Humna Qilleensaa Ityoophiyaa leenjitoota Mana Barumsaa loltuu Idilee fi Teeknikaa Awaash Arbaatti leenji’aa jiraniif…
Naannoo Harariitti Waldaan Artistoota Oromoo Hundaa’e
Finfinnee, Hagayya 16, 2013 (FBC) – Naannoo Harariitti Waldaan Artistoota Oromoo Hundaa'eera.
Sirna Hundeeffama waldaa Artistoota Oromoo kanarratti Itti Aanaa Biiroo Aadaa fi Turiziimii…
Jilli miseensoota Paarlaamaa Keeniyaa Jigjigaa gale
Finfinnee, Hagayya 16, 2013 (FBC) –Jilli miseensoota Paarlaamaa Keeniyaa Proofeesar Mahaammud Mahaammuudiin durfamu Magaalaa Jigjigaa galeera.
Jilichi wayita buufata xiyyaaraa Jigjigaa…
Biyya keenyaa haleellaa garee shororkeessaa ABUT irraa ittisuuf qophiidha – Leenjitoota…
Finfinnee, Hagayya 16, 2013 (FBC) –Biyya keenyaa haleellaa garee shororkeessaa ABUT irraa ittisuuf yeroo kamiiyyuu qophii ta'uu Leenjitoonni loltummaa Giddugala Leenjii Bulbulaatti argaman…
Magaaloota garaagaraatti fiigichi deeggarsa Raayyaa Ittisaa gaggeeffame
Finfinnee, Hagayya 16, 2013 (FBC) –Magaaloota garaagaraatti fiigichi daandirraa deeggarsa Raayyaa Ittisaa muul'isu gaggeeffameera.
Magaalaa Finfinnee, Gaambeellaa, Asoosaa, Walqixxee,…
Jiraattoonni aanaa Gololchaa hiriira balaaleffannaa shororkeessaa ABO Shanee gaggeessan
Finfinnee, Hagayya 16, 2013 (FBC) – Jiraattoonni Godina Baalee Bahaa aanaa Gololchaa hiriira balaaleffannaa shororkeessaa ABO Shanee gaggeessaniiru.
Jiraattoonni magaalaa Jaarraa fi…
Jilli obbo Dhaabaan durfamu Godina Harargee Bahaatti hojii misoomaa daawwate
Finfinnee, Hagayya 16, 2013 (FBC) – Jilli Hogganaa Biiroo Qonnaa fi Qabeenya Uumaamaa Oromiyaa obbo Dhaabaa Dabaleen durfamu Godina Harargee Bahaatti hojiilee misoomaa daawwate.
Jilli kun…
Magaalaa Galamsootti hiriirri balaaleffannaa garee shororkeessaa ABO Shanee gaggeeffame
Finfinnee, Hagayya 16, 2013 (FBC) – Hiriirri balaaleeffannaa garee shororkeessaa Shanee Godina Harargee Lixaa magaalaa Galamsootti gaggeefameera.
Shaneen diina Uummata Oromooti ,Maqaa…
Balaa Konkolaataa magaalaa Shaashamanneetti qaqqabeen lubbuun namoota 5 darbe
Finfinnee, Hagayya 16, 2013 (FBC) – Balaa Konkolaataa halkan edaa naannoo sa'aatii 5:00 magaalaa Shaashamanneetti qaqqabeen lubbuun namoota 5 darbuu ibsameera.
Konkolaattoonni fe'umsaa 2…