Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Gareen shororkeessaa ABUT deeggarsa namoomaa hawaasa idil addunyaan dhiyaatu kaayyoo biroof oolchaa…
Finfinnee, Hagayya 16, 2013 (FBC) – Gareen shororkeessaa ABUT deeggarsa namoomaa hawaasa idil addunyaan lammiikeef dhiyaatu kaayyoo biroof oolchaa jiraachuu Komishiniin Hoggansa Sodaa Balaa…
Shaampiyoonaan Atleetiksii Addunyaa umrii waggaa 20 gadii 18ffaan har’a ni xumurama
Finfinnee, Hagayya 16, 2013 (FBC) – Shaampiyoonaa Atleetiksii Addunyaa umrii waggaa 20 gadii 18ffaa Keeniyaa Naayiroobitti gaggeeffamaa jiru har'a ni xumurama.
Fiigicha xumuraa har'a…
Hojjettoonni Ministeerichii fi waamamtoonni isaa Raayyaa Ittisaaf deeggarsa taasiisan
Finfinnee, Hagayya 15, 2013 (FBC) – Hojjettoonni Ministeerri Fayyaa fi dhaabbileen waamamtootaa Raayyaa Ittisa biyyaaf deeggarsa Birrii miiliyoona 41 taasiisaniiru.
Hojjettoonni…
Waggoota lamaa oliif Konteenara keessatti kuufamee kan ture Gajaraan kumni 48, Qottoon(Dhakaraan)…
Finfinnee, Hagayya 15, 2013 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti Waggoota lamaa oliif Konteenara keessatti kuufamee kan ture Gajaraan kumni 48, Qottoon(Dhakaraan) kumni 17 fi Haamtuun kumni 10…
Namoonni talaallii Covid-19 seeraan ala galchaa turan to’ataman
Finfinnee, Hagayya 15, 2013 (FBC) – Namoonni talaallii Covid-19 seeraan ala galchaa turan 3 to'atamuun qorannoon irratti gaggeeffamaa jiraachuu Poolisiin magaalaa Finfinnee beeksiise.…
Manni Maree naannoo Hararii baajata bara 2014 Birrii biiliyoona 2.9 ol raggaasiise
Finfinnee, Hagayya 15, 2013 (FBC) – Manni Maree naannoo Hararii Yaa’ii idile 1ffa bara hojii 6ffaa gaggeesseen baajata bara 2014 Birrii biiliyoona 2.9 ol raggaasiiseera.
Maddi…
Dargaggoota murna ABO Shaneetti makamanii gammoojjii fi bosona keessa socho’aaniif waamicha dhiyaate
Finfinnee, Hagayya 15, 2013 (FBC) – Mootummaan Naannoo Oromiyaan dargaggoota murna shororkeessaa ABO Shaneetti makamanii gammoojjii fi bosona keessa socho’aaniif waamicha dhiyeesseera.…
Aadde Adaanach hawaasa daldalaa waliin mari’atan
Finfinnee, Hagayya 15, 2013 (FBC) – Itti aantuun Kaantibaa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebee qaala’iinsa jireenyaa ilaachisee hawaasa daldalaa waliin mari’atan.
Sababa…
Lammiileen 378 Saa’ud Arabiyaarraa deebi’an
Finfinnee, Hagayya 15, 2013 (FBC) – Lammiileen Ityoophiyaa 378 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’aniiru.
Namoota deebi’an keessaa 231 dubartoota yoo ta’an, 147 ammoo…
Namoonni ergama shanee fudhachuun socho’aa turan 22 to’annoo jala oolan
Finfinnee, Hagayya 15, 2013 (FBC) – Aanaalee ollaa Naannoo Oromiyaa fi Sidaamaatti namoonni ergama shanee fudhachuun socho’aa turan 22 to’annoo jala ooluu Biiroon Bulchiinsaa fi Nageenyaa…