Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Obbo Dammaqaan Afrikaa Bahaatti ergamaa addaa Ameerikaa waliin mari’atan
Finfinnee, Hagayya 11, 2013 (FBC) – Itti Aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimmaa Alaa obbo Dammaqaa Makoonni Afrikaa Bahaatti ergamaa addaa Ameerikaa Jeefarii Fiiltimaan…
Hojjeettoonni Baankii Biyyoolessaa Ityoophiyaa raayyaa ittisa biyyaaf Birrii miiliyoona 15 arjooman
Finfinnee, Hagayya 11, 2013 (FBC)- Hojjeettoonni Baankii Biyyoolessaa Ityoophiyaa raayyaa ittisa biyyaaf Birrii miiliyoona 15 arjoomaniiru.
Miseensoonni manaajimeentii fi hojjeettoonni…
Ministeerri Saayinsii fi Dhaabbilee barnoota olaanoo fi dhaabbileen itti waamamoo raayyaa ittisa…
Finfinnee, Hagayya 11, 2013 (FBC)- Ministeerri Saayinsii fi Dhaabbilee barnoota olaanoo fi dhaabbileen itti waamamoo raayyaa ittisa biyyaaf deeggarsa taasisaniiru.
Hoggantoonnii fi…
Adda Maayixaabriitti diinaarra kisaaraan namoomaa fi meeshaalee cimaan qaqqabe
Finfinnee, Hagayya 11, 2013 (FBC)- Adda Maayixaabriitti diinaarra kisaaraan namoomaa fi meeshaalee cimaan qaqqabeera.
Kutaan waraanaa Teedroos 24ffaan garee shororkeessaa ABUT…
Ergamtoonni garee shororkeessaa ABUT 32 to’annaa jala oolan
Finfinnee, Hagayya 11, 2013 (FBC)- Ergamtoonni garee shororkeessaa ABUT 32 to’annaa jala oolaniiru.
Hojii badii garichaa raawwachuuf gara naannoo Beenishaanguul Gumuuz seenuuf kan…
Bittaan dijitaalaa Birrii biiliyoonni 300 ol raawwate
Finfinnee, Hagayya 11, 2013 (FBC)- Bara baajata 2013tti bittaan elektirooniksii Birrii biiliyoonni 300 ol raawwatamu ibsameera.
Bara baajata 2014tti tajaajilli mootummaa gara…
Oromiyaatti guyyaa tokkotti kenna tajaajila lammummaan manneen harka qalleeyyii kuma1 fi 50 ijaaruun…
Finfinnee, Hagayya 11, 2013 (FBC) - Naannoo Oromiyaatti guyyaa tokkotti hojii kenna Tajaajila Lammummaatiin Manneen Harka Qalleeyyii kuma 1 fi 50 ijaaruun eegalameera.…
Barsiisonnii fi hojjettoonni Yuunvarsiitii Odaa Bultuma Birrii miiliyoona 7 Raayyaa Ittisaaf…
Finfinnee, Hagayya 11, 2013 (FBC) - Barsiisonnii fi hojjettoonni Yuunvarsiitii Odaa Bultuma mindaasaanirraa Birrii miiliyoona 7 Raayyaa Ittisaaf deeggarsa taasiisaniiru.…
Godina Jimmaatti hojii tola oltummaa gannaatiin guyyaa tokkotti manni harka qalleeyyii 569 ijaarame
Finfinnee, Hagayya 11, 2013 (FBC)- Godina Jimmaatti hojii tola oltummaa gannaatiin guyyaa tokkotti manni harka qalleeyyii 569 ijaarameera.
Hogganaan Komishinii Karoora Misooma fi…
Iddooleen tarsiimoo waraanaa murteessoo ta’an garee ABUT harkaa baafaman jedhame
Finfinnee, Hagayya 11, 2013 (FBC) - Iddooleen tarsiimoo waraanaa murteessoo ta’an gareen ABUT qocholaa raawwachuuf qabatee ture Poolisiin Federaalaa fi qaamleen nageenya biroo…