Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Pirezidaanti Puutiin lammiilee Godina Gaamootti balaa sigiga lafaan lubbuun isaanii darbeef gadda…
Finfinnee, Bitootessa 7, 2018 (FMC)- Pirezidaantiin Raashiyaa Viilaadmiir Puutiin lammiilee Naannoo Kibbaa Itiyoophiyaa Godina Gaamoo aanaalee garaagaraatti sababa sigiga lafaan lubbuun…
Boba’aa qusannoon fi wantoota bu’uuraaf dursa kennuun fayyadamuu qabna – Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Bitootessa 7, 2018 (FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad boba’aa qusannoon fi wantoota bu’uuraaf dursa kennuun fayyadamuu qabna jedhan.
Ministira Muummee Dooktar…
Pirezidaant Taayyee Atsqasillaasee sagantaa galii walitti qabuu Maqedooniyaa eegalchiisan
Finfinnee, Bitootessa 6, 2018(FMC) - Pirezidaant Taayyee Atsqasillaaseen sagantaa galii walitti qabuu Giddugala gargaarsa Maanguddootaa fi Namoota rakkoo sammuu qabanii 'Maqedooniyaa'…
Lammilee balaa Sigiga lafaan lubbuu isaanii dhabaniif sirni aadaa hirmii ittiin baafatan geggeeffame
Finfinnee, Bitootessa 6, 2018(FMC) - Naannoo Kibba Itiyoophiyaa Godina Gaamoo Aanaa Gaaccii Baabaa Ganda Laakaatti balaa sigiga lafaa mudateen lammiilee lubbuu isaanii dhabaniif sirni…
Sirni Awwalchaa Gaazexxeessaa duraanii Faanaa Miidiyaa Koorporeeshinii Taarikuu Olaanaa rawwatame
Finfinnee, Guraandhala 6, 2018(FMC) - Sirni Awwalchaa Gaazexxeessaa duraanii Faanaa Miidiyaa Koorporeeshinii Taarikuu Olaanaa Bataskaana Qacanee Madaanaalamiitti rawwatameera.…
Dhaabbileen amantii imala misoomaa fi badhaadhina waligalaa magaalattii keessatti ga’ee…
Finfinnee, Bitootessa 6, 2018 (FMC ) - Dhaabbileen amantii imala misoomaa fi badhaadhina waligalaa magaalattii keessatti ga'ee murteessaa qabu jedhan Kantiibaa Adaanech Abeebee.
Bulchinsa…
Gaazexxeessaan duraanii Faanaa Taarikuu Olaanaa du’aan boqotan
Finfinnee, Bitootessa 6, 2018 (FMC) – Gaazexxeessaan duraanii Faanaa Miidiyaa Koorporeeshinii Taarikuu Olaanaa du’aan Addunyaa kanarraa boqotaniiru.
Gaazexxeessaa Taarikuun hundeeffama…
Masoob rakkoo kenna tajaajila Seektaraalee Mootummaa furaa jira- Obbo Kaffaaloo Tafarraa
Finfinnee, Bitootessa 6, 2018 (FMC) – Naannoo Oromiyaatti Tajaajilli Giddugala Tokkoo Masoob rakkoo kenna tajaajila seektaraalee mootummaa hundeerraa akka furuuf hojjetamaa jira jedhan Itti…
Fichee Caambalaalaan ayyaana nageenyi itti labsamuudha- Afyaa’ii Aganyawu Tashaagar
Finfinnee, Bitootessa 6, 2018 (FMC) – Fichee Caambalaalaan ayyaana jibbiinsi fi gadoon dhiifame nageenyi itti labsamuudha jedhan Afyaa’iin Mana Maree Federeeshinii Aganyawu Tashaagar.…
Ayyaanni Fichee Caambalaalaa kabajamaa jira
Finfinnee, Bitootessa 6, 2018 (FMC) - Ayyaanni jijjiiraa bara haaraa Saba Sidaamaa Fichee Caambalaalaan Sirnoota garaagaraan kabajamaa jira.
Ayyaannicha sababeeffachuun guyyaa kaleessaa…