Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Daandii Gammoojji sulula laga Abbaayyaarratti balaa sisiga dhagaa mudaatee banuuf taattaaffiin…
Finfinnee, Hagayya 10, 2013(FBC)- Daandiin ba’umsa Salaaleen gara Goojjam geessu Gammoojji sulula laga Abbaayyaa iddoo addaa Filiqliq jedhamutti balaa sigiga dhagaa muudateen banuuf…
Waldaa Federeeshinii Qaamaa Miidhamtootaa Ityoophiyaa raayyaa ittisa biyyaaf deeggarsa taasise
Finfinnee, Hagayya 10, 2013(FBC)- WaldaaFedereeshiniin Qaamaa Miidhamtootaa Ityoophiyaa raayyaa ittisa biyyaaf deeggarsa taasiseera.
Waldichi Raayyaa Ittisa Biyyaatiif garee…
Naannoo Afaaritti lammiilee buqqa’aniif deeggarsi dhiyaachaa jira jedhame
Finfinnee, Hagayya 10, 2013 (FBC) - Naannoo Afaaritti lammiilee sababa gochaa badii garee Shororkeessaa ABUT fi balaa lolaa Laga Awaashiin qa’ee fi qabeenya isaanirraa…
Komiishinichi aanaa Fantaalleetti barattoota barnootaan cimoo ta’anii fi barattoota maatiin isaanii…
Finfinnee, Hagayya 10, 2013(FBC)- Komishiniin Invastimantii Oromiyaa hojii tajaajila lammuummaa ganna kanaatin Godina Shawaa Bahaa Aanaa Fantaalleetti barattoota barnootaan cimoo ta’an…
Hidhaan Haaromsaa biyyoota yaa’ichaaf faayidaa qaba – Ministeera Alaa Sudaan Kibbaa
Finfinnee, Hagayya 10, 2013 (FBC) - Sudaan Kibbaatti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Nabiil Mahiddii Itti aanaa Ministira Ministeera Dhimma Alaa fi Tumsa idila addunya Sudaan Kibbaa Diing…
Jiilli garee artii gara wiirtuu leenjii waraanaa Xollaayitti imalee leenjitoota dadamaqse
Finfinnee, Hagayya 10, 2013 (FBC)- Jiilli garee artii leenjiitoota Raayyaa Ittisa Biyyaa Onnachisuuf gara wiirtuu leenjii waraanaa Xollaayitti imalee hojiilee artii garaa garaa…
Naannoo Harariitti manneen barnoota birrii miliyoona 16n ijaaraman eebbifaman
Finfinnee, Hagayya 9, 2013 (FBC)- Naannoo Harariitti rakkoo mana barnootaa aanaalee keessa ture furuuf birrii miliyoona 16n manneen barnootaa ijaaramaa turan eebbifaman.
Ebba…
‘Aduun sobaa wayita lixxuu kiyyoon warreen shira xaxanii ni cita.’
Finfinnee, Hagayya 9, 2013 (FBC)- Yeroo maraa osoo hin bar’in dura ni duukkana’aa. ce’umsa halkanii fi bari’uu keessaas ni darbama.
Ibsa Ministira Muummee irraa laatame
Akka…
Koolleejjiin poolii teeknikaa Haramaayaa barattoota muummee garagaraatin barsisaa 258 eebbisiise
Finfinnee, Hagayya 9, 2013 (FBC)- Bulchiinsa magaalaa Haramaayyatti koolleejjiin Poolii Teeknikaa Haramaayaa barattootaa 258 dameewwan barnootaa 14’n gulantaalee gargaraatin barsisaa ture…
Waltajjiin marii haala yeroo irratti xiyyeeffate qaamolee adda addaa hirmaachisee magaalaa Jimmaatti…
Finfinnee, Hagayya 9, 2013 (FBC)- Waltajjiin marii haala yeroo irratti xiyyeeffate qaamolee adda addaa hirmaachisee magaalaa Jimmaatti gaggeeffamaa jira.
Waltajjiin kun haala nageenya…