Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Obbo Dammaqaa Mokonniin adda waraanaa Wallootti argamun raayyaa ittisa biyyaa naannichatti argamu…
Finfinnee, Hagayya 9, 2013 (FBC)- Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makoonniin adda waraanaa Wallootti argamun raayyaa ittisa biyyaa…
Yuunvarsiitiin Madda Walaabuu Kaampaasiin Shaashamannee,barattoota Kaampaasii Dodolaatti barsiisaa…
Finfinnee, Hagayya 9, 2013 (FBC)- Yuunvarsiitiin Madda Walaabuu Kaampaasiin Shaashamannee,barattoota Kaampaasii Dodolaatti barsiisaa ture dabalatee,barattoota 536 gosa barnootaa garagaraatin…
Humni badhaadhinaa fi guddina Ityoophiyaa gufachiisu hin jiraatuu jedhan – Aadde Adaanach…
Finfinnee, Hagayya 9, 2013 (FBC)- Humni badhaadhinaa fi guddina Ityoophiyaa gufachiisu hin jiraatuu jedhan itti aantuun kantiibaa bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen.…
Cheelsii, Eevartan, Leesiistar Siitii fi Waatfoordi morkattoota isaanii injifatan
Finfinnee, Hagayya 8, 2013 (FBC) – Taphoota Priimayer Liigii Ingilaand bara 2021/22 torbee jalqabaa galgala kana gaggeeffameen Cheelsii, Eevartan, Leesiistar Siitii fi Waatfoordi morkattoota…
Tajaajilli lafaa fi lafaan walqabatan yeroo hin murtoofneef akka dhorkamu murtoon darbe
Finfinnee, Hagayya 8, 2013 (FBC) – Kaabineen Bulchiinsa magaalaa Finfinnee Tajaajilli lafaa fi lafaan walqabatan yeroo hin murtoofneef akka dhorkamu murtoo dabarse.
Kaabineen bulchiinsa…
Lammiilee naannoo Amaaraatii buqqa’aniif deeggarsa namoomaa dhiyaachaa jira jedhame
Finfinnee, Hagayya 8, 2013 (FBC) – Komishiiniin Hoggansaa Ittisa Sodaa Balaa Federaalaa lammiilee naannoo Amaaraa qa'ee fi qabeenya isaaniirra buqqa'aniif deeggarsa taasisaa jiraachuu ibse.…
Yuunvarsiitiin Madda Walaabuu barattoota ogummaa garagaraan barsiisaa ture eebbisiise
Finfinnee, Hagayya 8, 2013 (FBC) - Yuunvarsiitiin Madda Walaabuu barattoota Kampaasota Roobee fi Goobbaatti ogummaa garaagaraan barsiisaa ture kuma 3 fi 110 eebbisiiseera.…
Naannoo Beenishaanguul Gumuzitti farreen nageenyaa 170 ol barbadaa’uu ibsame
Finfinnee, Hagayya 8, 2013 (FBC) - Karaa Sudaaniin galuun naannichatti gochaa shororkeessummaa raawwaachuuf humnoon badii socho’aa turan 170 ol barbadaa’uu ibsameera.
Naannoo…
Yuunvarsiitii Walqixxeetti jila Garee Ogeeyyii Aartif simannaan taasiifame
Finfinnee, Hagayya 8, 2013 (FBC) - Jila garee ogeeyyii Aartii leenjiitoota Raayyaa Ittisa Biyyaa Onnachisuuf gara wiirtuu leenjii waraanaa Xollaayitti imalaa jiruuf Yuunvarsiitii…
Ajajni Bahaa garee shororkeessaa barbadeessaa jira jedhame
Finfinnee, Hagayya 8, 2013 (FBC) - Miseensoonni Ajej Bahaa Raayyaa Ittisaa Naannoo Afaariitti Humna garee Shororkeessaa ABUT barbadeessaa jiraachuu Meejar Jeneraal Balaay Siyyuum…