Browsing Category
Oduu biyya keessaa
“Finfinneetti Aadaa fi Afaan Oromoo dagaagsuun filannoo osoo hintaane dirqama keenya” – obbo…
Finfinnee, Hagayya 8, 2013 (FBC) - Finfinnee keessatti aadaa, aartii fi Afaan Oromoo dagaagsuurratti xiyyeefatee hojjechaa jiraachuu Biiroon Aadaa fi Tuurizimii Oromiyaa beeksiseera.…
Lammiilee sababa garee shororkeessaa ABUTtiin buqqa’aniif deeggarsi taasiifamaa jira jedhame
Finfinnee, Hagayya 8, 2013 (FBC) - Naannoo Amaaraatti lammiilee sababa gochaa badii garee ABUT rawwataa jiruun qa'ee fi qabeenya isaanirraa buqqa'aniif deeggarsi taasifamaa…
Dhaloonni hara’aa seenaa biyya kana keessatti gumaacha qabu beekuu fi injiffannoowwan argate itti…
Finfinnee, Hagayya 8, 2013 (FBC) - Waltajjiin marii Gumii Balal marsaa 10ffaan mata duree ‘’Birmadummaa Ityoophiyaa tiksuuf ga’ee Oromoo jedhuun Waajjira Preezdaantii bulchiinsa…
Magaalaa Samaraatti lammiilee buqqa’aniif sagantaan galii walitti qabuu gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Hagayya 8, 2013 (FBC) - Magaalaa Samaraatti lammiilee qa’ee fi qabeenya isaaniirraa buqqa’aniif sagantaan galii walitti qabuu gaggeeffamaa jiraachuu ibsame.…
Magaalaa Jigjigaatti hiriirri deeggarsa Raayyaa Ittisaa gaggeeffame
Finfinnee, Hagayya 8, 2013 (FBC) - Naannoo Somaalee magaalaa Jigjigaatti hiriirri deeggarsa Raayyaa Ittisaa Biyyaa fi balaaleffannaa garee ABUT gaggeeffameera.…
Manni Maree naannoo Kibbaa Yaa’ii gaggeessaa jira
Finfinnee, Hagayya 8, 2013 (FBC) - Manni Maree Naannoo Kibbaa Yaa’ii idilee 13ffaa marsaa 3ffaa bara hojii 8ffaa gaggeessuu eegaleera jedhame.
Yaa’iichi gabaasa Raawwii…
Mariin Gumii Balal Marsaa 10ffaan geggeeffamaa jira
Finfinnee, Hagayya 8, 2013 (FBC) - Mariin Gumii Balal Marsaa 10ffaan Mata-duree “Birmadummaa Ityoophiyaa Tiksuu fi ga’ee Oromoo “jedhurratti mari’atamuuf qophaa’e eegalee jira.…
Yuunvarsiitiin Wallaggaa barattoota ogummaa garaagaraan barsiisaa ture eebbisiisaa jira
Finfinnee, Hagayya 8, 2013 (FBC) - Yuunvarsiitiin Wallaggaa barattoota ogummaa garaagaraan barsiisaa ture kuma 5 fi 903 marsaa 16ffaaf ture eebbisiisaa jira.
Barattoota guyyaa…
Miseensoonni Faawundeeshinii Raayyaa Ittisaa fi Hojjettoonni Siivilii dhiiga arjooman
Finfinnee, Hagayya 8, 2013 (FBC) – Miseensoonni Faawundeeshinii Raayyaa Ittisaa fi Hojjettoonni Siivilii 'Dhiiga keenyaa Raayyaa Ittisaaf' mata duree jedhuun dhiiga arjoomaniiru.…
Oggeeyyii Aartii gooticha Raayyaa Ittisa Biyyaaf gaggeessaan taasiifame
Finfinnee, Hagayya 8, 2013 (FBC) –Oggeeyyii Aartii gooticha Raayyaa Ittisa Biyyaa onnachiisuuf gara wiirtuu leenjii Raayyaa Ittisa Biyyaa Xollaayi fi Awaash Aarbaatti imalaniif gaggeessaan…