Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Misoomni koriidarii sochii daldalaa Magaalattii dadammaqseera-kantibaa Adaanech Abeebee
Finfinnee, Bitrotessa 1, 2018 (FMC)- Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Adaanech Abeebee misoomni koriidarii Sochi daldalaa kan dadhabsiise utuu hin taane magaalattii caalmaatti hojii…
Akkaataan Hawaasni Harargee fardeen gaara Qundhudhoo itti tursiise kan dinqisiifamuudha – Dooktar…
Finfinnee, Bitootessa 1, 2018 (FMC) – Akkaataan Hawaasni Harargee fardeen gaara Qundhudhoo itti tursiise kan dinqisiifamuudha jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad.
Akkaataan…
Godinichatti Balaa Konkolaataa mudateen lubbuun namoota 11 darbe
Finfinnee, Bitootessa 1, 2018 (FMC) – Godina Baaleetti balaa konkolaataa mudateen lubbuun namoota 11 darbuun ibsameera.
Konkolaataan deddebisaa uummataa Godina Baalee Aanaa Barbaree irraa…
Guddummaa Itiyoophiyaa irra deebiin mirkaneessuuf waloon dhaabbachuu qabna- Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Bitootessa 1, 2018 (FMC) – Guddummaa Itiyoophiyaa irra deebiin mirkaneessuuf waloon dhaabbachuu kan qabnu amma jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad.
Mininstirri…
Dooktar Abiy Ahimad Holqa Naasii’ool daawwatan
Finfinnee, Bitootessa 1, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Ahimad Aanaa Malkaa Ballootti kan argamu Holqa Naasii’ool daawwataniiru.
Dooktar Abiy Ahimadii fi jilli isaaniin…
Milkaa’inoota imaammata fiskaalaa fi tarkaanfilee faayinaansii waggoota jijjiiramaa…
Finfinnee, Bitootessa 1,2018 (FMC) - Jijjiiramni biyyaalessaa dhugoomuu hordofee fooyya'iinsa imaammata fiskaalaa fi faayinaansii irratti hojirra ooleen milkaa'inni hedduun galmaa'eera…
Gaaffiin ulaa galaanaa Itiyoophiyaa dhaloota kanaan deebi’a – Jeneraal Yimar Makonniin
Finfinnee, Bitootessa 1, 2018 (FMC) - Gaaffiin ulaa galaanaa Itiyoophiyaa dhaloota kanaan deebi’a jedhen Raayyaa Ittisaatti Itti Gaafatamaan Qajeelcha Olaanaa Barnootaa fi Leenjii Jeneraal…
Abbaan Taayitichaa daandiiwwan keessa keessaa dallaan cufamanii turan kuma 1 ol bansiise
Finfinnee, Bitootessa 1, 2018 (FMC) – Abbaan Taayitaa Daandiiwwanii Magaalaa Finfinnee daandiiwwan keessa keessoo dallaan cufamanii turan kuma 1 fi 434 bansiise.
Hogganaan Hariiroo…
Itiyoophiyaan seenaa keessatti cichoominaan kan dhaabatte gootummaa Raayyaa keenyaan – Obbo…
Finfinnee, Guraandhala 27, 2018(FMC) - Itoophiyaan seenaa keessatti qormaatilee keessa cichoominaan kan dhaabatte gootummaa Raayyaa keenyaan jedhan Ministirri Muummee Itti Aanaan Obbo…
Kantiibaa Adaanech Pilaazaa Diil fi Misooma Qarqara Laga Qurxummii tajaajilaaf banan
Finfinnee, Guraandhala 30, 2018 (FMC)- Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Naannawaa Addabaabaayii Teediroositti kan ijaarame Pilaazaa Diili fi Misooma Qarqara Laga…