Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Haala qilleensaa hordofee hoomaan awwaannisaa iddoolee garaagaraatti muudachuu ibsame
Finfinnee, Adooleessa 9, 2013 (FBC) – Haala qilleensaa hordofee hoomaan awwaannisaa iddoolee garaagaraatti muul’achuu Ministeerri Qonnaa Beeksiise.
Baha Naannoo Amaaraa, Godina…
Deeggarsa namoomaa gara Tigraay galu sirnaan sakatta’uuf maashinoonni dabalataa dhaabbataa jiru
Finfinnee, Adooleessa 9, 2013 (FBC) – Deeggarsa namoomaa gara naannoo Tigraay galu sirnaan sakatta’uuf maashinoonni dabalataa dhaabbachaa jiraachuu Komishiniin Hoggansa Sodaa Balaa…
Waqtii gannaa kana aanaaleen Oromiyaa 64 balaa lolaaf saaxilamoo ta’u danda’u jedhame
Finfinnee, Adooleessa 9, 2013 (FBC) – Lammiilee balaa lolaaf saaxilamoo ta’an jedhamanii adda ba’an kuma dhibba 5 fi kuma 20 deeggaruuf baajanni Birriin biiliyoonni 3 ol ramadamuu…
Abbootii qabeenyaa idil addunyaa waliin haala nageenyaarratti mari’atame
Finfinnee, Adooleessa 9, 2013 (FBC) – Abbootii qabeenyaa idil addunyaa hojiilee Invastimantii garaagaraa irratti bobba’an waliin haala nageenyaarratti mariin taasifameera.…
Yuunvarsiitiin Haramaayaa qonnaan bultootaa aanaalee Godina Harargee Bahaa sanyii yeroo gabaabatti…
Finfinnee, Adooleessa 9, 2013 (FBC) – Yuunvarsiitiin Haramaayaa qonnaan bultootaa aanaalee Godina Harargee Bahaa sababa roobni dheerateen miidhamaniif sanyii yeroo gabaabatti ga’uu…
Dhiibbaa keessaa fi alaan Ityoophiyaarra ga’u qolachuuf qophiidha – Mootummaa naannoo Hararii
Finfinnee, Adooleessa 9, 2013 (FBC) – Mootummaan Naannoo Hararii ummata naannichaa qindeessuun dhiibbaa biyyaa keessaa fi alaa Ityoophiyaarra ga’u qolachuuf qophii ta’uu beeksiseera.…
Gareen ABUT gochaa Shororkeessummaa yaaduu danda’a, garuu hin milkaa’uuf – Naannoo Kibbaa
Finfinnee, Adooleessa 9, 2013 (FBC) – Gareen ABUT gochaa Shororkeessummaa yaalaa jiru kan hin milkoofneef ta’uu bulchiinsi Mootummaa Naannoo Kibbaa beeksiise.
Bulchiinsi Mootummaa…
Bara 2014tti lafti hektaarri miiliyoonni 6.3 oomishaalee adda addaatiin ni uwwifama jedhame
Finfinnee, Adooleessa 9, 2013 (FBC) – Bara 2014tti lafti hektaarri miiliyoonni 6.3 oomishaalee adda addaatiin kan uwwifamu ta’uu ibsameera.
Bara oomishichaa callaa kuntaalni…
Abbaan Taayitichaa miidiyaa ‘online’ Addis Istaandard ittise
Finfinnee, Adooleessa 9, 2013 (FBC) – Abbaan Taayitaa Miidiyaalee Ityoophiyaa miidiyaan 'online' Addis Istaandard labsii Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa baase darbuu isaan…
Aadde Adaanach haala waqtaawarratti dubartoota magaalichaa waliin mari’atan
Finfinnee, Adooleessa 9, 2013 (FBC) – Itti aantuun Kaantibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaanachi Abeebee haala waqtaawarratti dubartoota kutaalee magaalichaa keessaa walitti…