Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Sagantaan jijjiirrama caasaa sirna nyaataa Ityoophiyaa ifoomsuu gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Adooleessa 8, 2013 (FBC) – Sagantaan jijjiirrama caasaa sirna nyaataa Ityoophiyaa ifoomsuu gaggeeffamaa jiraachuu ibsame.
Saganticharratti qindeessitooni biyyaalessaa,…
Manni Barumsaa Ifa Boruu sadarkaa 2ffaa Naqamtee eebbifame
Finfinnee, Adooleessa 8, 2013 (FBC) – Bulchiinsa Magaalaa Naqamtee Kutaa Bulchiinsa Soorgaatti Manni Barumsaa Ifa Boruu sadarkaa 2ffaa Naqamtee eebbifameera.
Manni Barumsaa kun…
Mootummaan wabii nyaataa mirkaneessuuf xiyyeeffannoon hojjetaa jira – Obbo Dhaabaa Dabalee
Finfinnee, Adooleessa 8, 2013 (FBC) – Qonnaan Bultootaa fi Horsiisee Bultoota godinaalee naannoo Oromiyaa 21f Paampiyyaan kumni 6 ol har’a magaalaa Mojootti dabarfameera.
Baatii 3…
Qonnaan alatti biyyaa jijjiiruun hin danda’amu – Obbo Shimallisa Abdiisaa
Finfinnee, Adooleessa 8, 2013 (FBC) – Qonnaan Bultootaa fi Horsiisee Bultoota godinaalee naannoo Oromiyaa 21f Paampiyyaan kumni 6 ol har’a magaalaa Mojootti dabarfameera.
Magaalaa…
Naannoo Sidaamaatti sagantaan eegalchiisa tajaajila kenna tola ooltummaa dargaggootaa waqtii gannaa…
Finfinnee, Adooleessa 8, 2013 (FBC) – Naannoo Sidaamaatti sagantaan eegalchiisa tajaajila kenna tola ooltummaa dargaggootaa waqtii gannaa gaggeeffameera.
Sagantaa tajaajila…
Hawaasni addunyaa yakka waraanaa gareen ABUT daa’immanirratti raawwachaa jiru balaaleffachuu qaba…
Finfinnee, Adooleessa 8, 2013 (FBC) – Gareen ABUT daa’immaan umrii malee waraaranarratti hirmaachaa jiru hawaasni addunyaa baleeffachuu akka qabu Ministir Deettaan Ministera Dhimma…
Gochaa harcaatoonni garee ABUT Ityoophiyaa salphisuuf taasiisaa jiran xiiqiin qolchuuf kaaneerra –…
Finfinnee, Adooleessa 8, 2013 (FBC) – Gochaa harcaatoonni garee ABUT Ityoophiyaa salphisuuf taasiisaa jiran xiiqiin qolchuuf kaaneerra jedhan Preezdaantiin naannoo Sidaamaa Obbo Dassitaa…
Naannoon Hararii uffataalee harlkanii Raayyaa Ittisaaf deeggarsa taasiise
Finfinnee, Adooleessa 8, 2013 (FBC) – Bulchiinsi mootummaa naannoo Hararii uffataalee halkanii Birrii kuma dhibba 5 fi kuma 25 olitti tilmaamamu Raayyaa Ittisaaf deeggarsa taasiiseera.…
Manni Maree magaalaa Finfinnee Dilbata dhufu yaa’ii idilee ni gaggeessa
Finfinnee, Adooleessa 8, 2013 (FBC) – Manni Maree magaalaa Finfinnee Dilbata dhufu yaa’ii idilee 3ffaa waggaa 8ffaa ni gaggeessa jedhame.
Yaa’iichi gabaasa karooraa…
Humni addaa Oromiyaa fi Sidaamaa gara naannoo dirqamatti bobba’e
Finfinnee, Adooleessa 8, 2013 (FBC) – Humni addaa naannoo Oromiyaa fi Sidaamaa gara naannoo dirqamaatti bobba’uu ibsameera.
Humni addaa naannoo Sidaamaa iddoo dirqamaa ga’uu…