Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Humni addaa naannoo Kibbaa nageenya biyyaa kabachisuuf socha’e iddicha ga’uu ibsame
Finfinnee, Adooleessa 8, 2013 (FBC) – Humni addaa naannoo Kibbaa nageenya biyyaa kabachisuuf dirqama fudhatee socha’e iddicha ga’uu Komishiniin Poolisii naannoo Kibbaa beeksiise.…
Bara oomishaa kana hanga ammaatti lafti hektaarri miiliyoonni 5 sanyiin uwwifamuu ibsame
Finfinnee, Adooleessa 8, 2013 (FBC) – Bara oomishaa 2013/14 hanga ammaatti lafti hektaarri miiliyoonni 5 sanyii akaakuu garaagaraan uwwifamuu Ministeerri Qonnaa beeksiise.…
Gareen ABUT Raayyaan Ittisaa naannichaa ba’uu akka carraa gaariitti fayyadamuun yaalii haleellaa…
Finfinnee, Adooleessa 7, 2013 (FBC) – Gareen ABUT Raayyaan Ittisaa naannichaa ba’uu akka carraa gaariitti fayyadamuun yaalii haleellaa taasiisaa jiraachuu Qindeessaa Olaanaan Hojiilee…
Gareen ABUT buufatalee baqattoonni keessa qubatan osoo hin hafin haleellaa raawwachaa jiraachuu…
Finfinnee, Adooleessa 7, 2013 (FBC) – Gareen ABUT tarkaanfii dhukaasa dhaabuu cinaatti dhiisuun buufatalee baqattoonni keessa qubatan osoo hin hafin haleellaa raawwachaa jiraachuu…
Naannoo Oromiyaatti gandoonni 1,263 barmaatilee miidhaa dubartootaa fi daa’immaniirraa bilisa…
Finfinnee, Adooleessa 7, 2013 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti gandoonni kumni 1fi 263 barmaatilee miidhaa dubartootaa fi daa'immaniirraa bilisa ta'uu Biiroon Dubartootaa, Daa'immanii…
Emireetoonni Araba Gamtoomanii Isiraa’eeliitti Imbaasii bante
Finfinnee, Adooleessa 7, 2013 (FBC) – Emireetoonni Araba Gamtoomanii Isiraa’eeliitti Imbaasii banuu ibsameera.
Imbaasichi biyyoonni lamaan hariiroo dippiloomaasii haaromsuuf…
Gareen ABUT naannichatti nagaa buusuuf tattaaffii taasiifamaa jiru gufachiisaa jira – Ambaasaaddar…
Finfinnee, Adooleessa 7, 2013 (FBC) – Gareen ABUT naannichatti nagaa buusuuf tattaaffii taasiifamaa jiru gufachiisaa jiraachuu Jiibuuttii Ambaasaaddarri Ityoophiya Birhaanuu…
Ityoophiyaanoonni kumni 2 fi 42 Saa’ud Arabiyaarra gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Adooleessa 7, 2013 (FBC) – Lammiileen Ityoophiyaa kumni 2 fi 42 Saa’ud Arabiyaarra gara biyyaa deebi’aniiru.
Lammiilee Ityoophiyaa Saa’ud Arabiyaatti argaman gara biyyaa…
Guyyaa boruu konkolaattoonni deeggarsa namoomaa fe’an 47 Samaraarraa gara Maqalee ni imalu jedhame
Finfinnee, Adooleessa 7, 2013 (FBC) - Guyyaa boruu konkolaattoonni deeggarsa namoomaa fe’an 47 Samaraarraa gara Maqalee kan imalan ta’uu Komishiniin Hoggansa Ittisa Sodaa Balaa…
FBCn sagantaa manneen jireenyaa maatii harka qaleeyyii haaromsuu eegalchiisuu gaggeesse
Finfinnee, Adooleessa 7, 2013 (FBC) - Faanaa Broodkaastiingi Korporeet sagantaa manneen jireenyaa maatii harka qaleeyyii haaromsuu eegalchiisuu gaggeesseera.
Kutaa magaalaa…