Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Afrikaa Kibbaatti walitti bu’iinsa uumameen lubbuun namoota 72 darbuu ibsame
Finfinnee, Adooleessa 7, 2013 (FBC) - Murtoo Preezdaantii duraanii Biyyattii Jaakoob Zuumaarratti darbe hordofee walitti bu’iinsa uumameen lubbuun namoota 72 darbuu ibsameera.…
Yaada ummata Tigraayii fi hawaasa idil addunyaaf iddoo qabnu yeroo dhumaaf agarsiifneerra – Dooktar…
Finfinnee, Adooleessa 7, 2013 (FBC) - Yaada ummata Tigraayii fi hawaasa idil addunyaaf iddoo qabnu yeroo dhumaaf agarsiifneerra jedhan Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad.…
Caffeen Oromiyaa Yaa’ii idilee 14ffaa bara hojii 5ffaa waggaa 6ffaa Adooleessa 9 -10, 2013 ni…
Finfinnee, Adooleessa 7, 2013 (FBC) - Caffeen Oromiyaa Yaa’ii idilee 14ffaa bara hojii 5ffaa waggaa 6ffaa Adooleessa 9 -10,2013 kan gaggeessu ta’uu ibsame.…
Raayyaan Ittisaa wayita ajejni itti laatame tarkaanfii barbaachisu fudhachuuf ga’umsa qaba –…
Finfinnee, Adooleessa 7, 2013 (FBC) - Raayyaan Ittisaa wayita ajejni itti laatame tarkaanfii barbaachisu fudhachuuf ga’umsa qabaachuu Daayreektarri Qunnamtii Ummataa Raayyaa Ittisaa…
‘Kabajaa Raayyaa Ittisa biyyaaf’ mata duree jedhuun dhaabbiin biqiltuu eegalame
Finfinnee, Adooleessa 7, 2013 (FBC) - ‘Kabajaa Raayyaa Ittisa biyyaaf’ mata duree jedhuun sagantaan biqiltuu dhaabuu torban tokkoof turu eegalameera.
Miseensoonni Raayyaa…
Preezdaant Saahilawarq Atleetoota Ityoophiyaa Olompikii Tookiyoorratti hirmaatan gaggeessan
Finfinnee, Adooleessa 7, 2013 (FBC) - Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen Atleetoota Olompikii Tookiyoo 2020 irratti hirmaatan kabajaan gaggeessaniiru.
Alteetoonni kunneen…
Oromiyaatti guyyaa har’aa duula Ashaaraa magariisaan biqiltuu miiliyoonni 392.1 dhaabbate
Finfinnee, Adooleessa 6, 2013 (FBC) - Naannoo Oromiyaatti guyyaa har’aa duula Ashaaraa magariisaan biqiltuu miiliyoonni dhibbi 3 fi miiliyoonni 92.1 dhaabbachuu Biiroon Qonnaa fi Qabeenya…
Bulchiinsi magaalaa Finfinnee Baajata bara hojii 2014 birrii biiliyoona 70.6 ol murteesse
Finfinnee, Adooleessa 6, 2013 (FBC) - Bulchiinsi magaalaa Finfinnee baajata bara hojii 2014 Birrii biiliyoona 70 fi miiliyoona dhibba 6 fi miiliyoona 70 murteesse.
Kaabineen…
Ijaarsa Hidha Haaromsaaf Birrii biiliyooni 2 ol walitti qabame
Finfinnee, Adooleessa 6, 2013 (FBC) – Bara Baajataa xumurame kana ijaarsa Hidha Haaromsaaf Birrii biiliyoonni 2 ol walitti qabamuu Waajjirri Mana Maree Biyyaalessaa Qindeessaa…
Qonnaan Bultoota magaalaa Finfinneef deeggarsi Xaa’oo fi sanyii filatamaa taasiifame
Finfinnee, Adooleessa 6, 2013 (FBC) – Qonnaan Bultoota magaalaa Finfinnee 900 ta’aniif deeggarsi Xaa’oo fi sanyii filatamaa taasiifameera.
Qonnaan Bultoota magaalaa…