Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Godina Wallagga Bahaatti guyyaa har’aa biqiltuun miiliyoonni 30 dhaabbachuu ibsame
Finfinnee, Adooleessa 6, 2013 (FBC) – Godina Wallagga Bahaatti duula ashaaraa magaarisaa guyyaa har'aan biqiltuun miiliyoonni 30 ol dhaabbachuu Waajjirri Qonnaa fi Qabeenya Uumamaa…
Godina Gujiitti sagantaan dhaabbii biqiltuu ashaaraa magariisaa gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Adooleessa 6, 2013 (FBC) – Godina Gujiitti sagantaan dhaabbii biqiltuu ashaaraa magariisaa aanaalee godinichaa garaagaraa keessatti gaggeeffamaa jira jedhame.…
Naannoo Sidaamaatti kenni tajaajila tola ooltummaa dargaggootaa eegalame
Finfinnee, Adooleessa 6, 2013 (FBC) - Naannoo Sidaamaatti kenni tajaajila tola ooltummaa dargaggootaa waqtii gannaa har’a ifatti eegalame.
Sagantich har’a mata duree ‘tola ooltummaa…
Godina Shawaa Lixaatti sagantaan Ashaaraa Magariisaa gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Adooleessa 6, 2013 (FBC)- Godina Shawaa Lixaatti sagantaan Ashaaraa Magariisaa gaggeeffamaa jira.
Sagantaa Ashaaraa magariisaa kanarrattis hoggantoonni hojii mootummaa…
Aadde Loomii Badhoon Godina Shawaa Bahaa Aanaa Liiban Cuqqaalaa Gaara Cuqqaalarratti biqiltuu…
Finfinnee, Adooleessa 6, 2013 (FBC) - Af-Yaa’iin Caffee Oromiyaa aadde Loomii Badhoo, Godina Shawaa Bahaa Aanaa Liiban Cuqqaalaa Gaara Cuqqaalarratti hawaasa waliin tahuun biqiltuu…
Ityoophiyaan marii hidha haaromsaa mariisisummaa Gamtaa Afrikaan gaggeeffamuu milkiin xumuruuf…
Finfinnee, Adooleessa 6, 2013 (FBC)- Ityoophiyaan marii sadeenii hidha haaromsaa mariisisummaa Gamtaa Afrikaan gaggeeffamuu milkiin xumuruuf ejjenno qabdu beeksifteetti.
Ministeerri…
Torbee kana Shakkamtoota miseensota garee shororkeessaa ABUT himanni ni banama jedhame
Finfinnee, Adooleessa 6, 2013 (FBC)- Torbee kana Shakkamtoota miseensota garee shororkeessaa ABUT himanni ni banamuu ta’uu Itti Aanaan Abbaa Alangaa Waliigalaa obbo Fiqaadu Tsaggaye ibsan.…
Hawaasni bulchiinsa Magaalaa Jimmaa hojii ashaaraa magariisaatti hirmaachaa jira
Finfinnee, Adooleessa 6, 2013 (FBC)- Hawaasni bulchiinsa Magaalaa Jimmaa hojii ashaaraa magariisaatti hirmaachaa jiru jedhameera.
Hawaasni magaalichaa hojii ashaaraa magariisaa akka…
Qormaanni kutaa 12ffaa bara 2013 walakkaa Onkololeessaatti ni laatama
Finfinnee, Adooleessa 6, 2013 (FBC)- Qormaanni biyyoolessaa kutaa 12ffaa bara 2013 walakkaa Onkololeessaatti kan laatamuu ta’uu Eejansiin Madaallii fi Qormaata Biyyaalessaa beeksise.…
Jilli Preezdaant Shimallis Abdiisaan durfamu sagantaa Ashaaraa Magariisaa Godina Shawaa Bahaatti…
Finfinnee, Adooleessa 6, 2013 (FBC)-Jilli Preezdaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abidaas durfamu dhaabbii biqiltuu Ashaaraa magariisaa Godina Shawaa Bahaa Aanaa Ada'aa ganda…