Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Naannoo Oromiyaatti guyyaa tokkotti biqiltuu miiliyoonni 300 dhaabama jira
Finfinnee, Adooleessa 6, 2013 (FBC)- Naannoo Oromiyaatti guyyaa tokkotti biqiltuu miiliyoonni 300 dhaabama jira.
Godinaalee naannichaatti Godina Gujii Aanaa Daamaa, Godina Harargee Lixaa…
Ityoophiyaanoonni kumni 2 fi 6 Saa’ud Arabiyaarra gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Adooleessa 6, 2013 (FBC)-Lammiileen Ityoophiyaa kumni 2 fi 6 Saa’ud Arabiyaarra gara biyyaa deebi’aniiru.
Lammiilee Ityoophiyaa Saa’ud Arabiyaatti argaman gara biyyaa deebisuuf…
Jilli Dooktar Girmaa Amanteen durfamu aanaa Giraar Jaarsootti sagantaa Ashaaraa Magariisaarratti…
Finfinnee, Adooleessa 6, 2013 (FBC)- Jilli sadarkaa itti aanaa Preezdaantiitti qindeessaa Kilaastera misooma baadiyaa Oromiyaa Dooktar Girmaa Amanteen durfamu Godina Shawaa Kaabaa Aanaa…
Naannoo Oromiyaatti aduu tokkoon sagantaan Ashaaraa Magariisaa kaa’uu gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Adooleessa 6, 2013 (FBC)- Naannoo Oromiyaatti aduu tokkoon sagantaan Ashaaraa Magariisaa kaa’uu gaggeeffamaa jira.
Naannichaatti iddoowwan garagaraatti sagantaa dhaabbii…
Dura Ta’aan Gamtaa Afrikaa Muummee Ministiraa Dooktar Abiy Ahimadiif erga baga gammadanii dabarsan
Finfinnee, Adooleessa 6, 2013 (FBC)- Dura Ta’aan Gamtaa Afrikaa Muusaa Faakii Mahaamaat Muummee Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimadiif erga baga gammadanii dabarsaniiru.
Dura ta’ichi…
Ityoophiyaan marii haqa qabeessaa eegaltee xumura akka argatuuf qophiidha –Dooktar Injinaar Silashii
Finfinnee, Adooleessa 6, 2013 (FBC)- Mariin Hidha Haaromsaa Guddicha Ityoophiyaa gara Gamtaa Afrikaatti akka deebi’uuf shooraa Miseensoonni Mana Maree Nageenyaa taasisaniif Ministirri…
Duula Ashaaraa Magaariisaa guutuu Oromiyaatti boru gaggeeffamu milkeessuuf hundi tumsuu qaba –…
Finfinnee, Adooleessa 5, 2013 (FBC) – Duula Ashaaraa Magaariisaa guutuu Oromiyaatti guyyaa boruu gaggeeffamu milkeessuuf qaamni hundi tumsuu akka qabu Preezdaantiin mootummaa naannoo…
Preezdaant Oomar Giileehi Dookta Abiyyiif erga baga gammaddanii dabarsan
Finfinnee, Adooleessa 5, 2013 (FBC) – Preezdaantiin Jiibuutii Oomar Giileehi Muummee Ministiraa FDRI Dookta Abiy Ahimadiif erga baga gammaddanii dabarsaniiru.
Muummee Ministiraa FDRI…
Komishinichi taajajila lammummaa gannaa hawaasa Ispoortii miiliyoona 4 ol hirmaachisuu eegalchiise
Finfinnee, Adooleessa 5, 2013 (FBC) - Komishiniin Ispoortii Oromiyaa taajajila lammummaa gannaa hawaasa Ispoortii miiliyoona 4 ol hirmaachisuu eegalchiiseera.
Koomishiniin Ispoortii…
Sagantaan nyaata addunyaa deeggarsa naannoo Tigraayiif erge Maqalee ga’e
Finfinnee, Adooleessa 5, 2013 (FBC) – Sagantaan nyaata addunyaa deeggarsa naannoo Tigraayiif erge Maqalee ga’eera.
Deeggarsichi naannichaatti lammiilee rakkoo keessaa jiraniif kan oluu…