Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ityoophiyaa fi Raashiyaan damee Teeknikaa waraanaan tumsaan hojjechuuf waliigalan
Finfinnee, Adooleessa 5, 2013 (FBC) - Ityoophiyaa fi Raashiyaan damee Teeknikaa waraanaarratti tumsaan hojjechuuf waliigaltee mallatteessan.
Biyyoonni lamaan haala damee Teeknikaa…
Godina Wallagga Bahaa fi Shawaa Kaabaatti Manneen barnootaa Ifaa Boruu sadarkaa 2ffaan eebbifaman
Finfinnee, Adooleessa 5, 2013 (FBC) - Godina Wallagga Bahaa aanaa Guutoo Giddaa Magaalaa Ukkeetti Manni barumsa Ifa Booruu sadarkaa 2ffaa Birri miiliyoona 35 oliin ijaaramaa…
Harargee Lixaa Aanaa Cirootti Proojektoonni misoomaa 11 eebbifaman
Finfinnee, Adooleessa 5, 2013 (FBC) - Godina Harargee Lixaa Aanaa Cirooitti Proojektiin misoomaa garaagaraa 11 Birrii miiliyoona 67 oliin hojjetaman eebbifamaniiru.
Proojketii…
Aanaalee godina Shawaa Kaabaa lama keessatti proojektoonni misooma jallisii eebbifaman
Finfinnee, Adooleessa 5, 2013 (FBC) - Godina Shawaa Kaabaa aanaalee lama keessatti proojeektoonni jallisii baasii Birrii miiliyoona 42n hojjetaman ebbifamaniiru.
Aanaa…
Barattoonni mana barumsaa sadarkaa 2ffaa Koomishgaa Birhaan Giiftii Dureen Ityoophiyaan ijaarramee…
Finfinnee, Adooleessa 5, 2013 (FBC) – Barattoonni mana barumsa sadarkaa 2ffaa Koomishgaa Birhaan Waajjira Giiftii Dureen Ityoophiyaan ijaarramee biqiltuu dhaabaaniiru.
Waajjirichi naannoo…
Paarlaamaan haaraa hundaa’uu bu’a qabeessa akka ta’uuf waajjirri deeggaru jiraachuu qaba jedhame
Finfinnee, Adooleessa 5, 2013 (FBC) – Paarlaamaan haaraa hundaa’uu bu’a qabeessa akka ta’uuf waajjirri deeggaru jiraachuu qaba jedhameera.
Waltajjii marii magaalaa Bishooftuutti…
Hojjettoonni waajjira Muummee Ministiraa Paarkii Inxooxxootti biqiltuu dhaabaan
Finfinnee, Adooleessa 5, 2013 (FBC) – Hojjettoonni waajjira Muummee Ministiraa Paarkii Inxooxxootti biqiltuu kuma 3 ol dhaabuun Ashaaraa Magariisaa ka’aaniiru.
Waajjirichatti hojjettoonni…
Lammiileen Ityoophiyaa kumni 2 fi 385 Saa’ud Arabiyaarraa deebi’an
Finfinnee, Adooleessa 5, 2013 (FBC) – Lammiileen Ityoophiyaa kumni 2 fi 385 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’aniiru.
Namoota kaleessa deebi’an keessaa 572 dubartootaa yoo…
Duula Ashaaraa Magariisaa Oromiyaatti guyyaa boruu gaggeeffamuuf qophiin xumuramuu ibsame
Finfinnee, Adooleessa 5, 2013 (FBC) – Oromiyatti guyyaa boruu biqiltuu miiliyoona dhibba 3 fi miilyoona 50 ol duulaan dhaabuuf qophiin xumuramuu ibsameera.
Sadarkaa itti aanaa…
Konveenshiniin hariiroo qorannoo, teeknooloojii fi indaastirii barnoota olaanoo jalqabaa…
Finfinnee, Adooleessa 5, 2013 (FBC) - Konveenshiniin hariiroo qorannoo, teeknooloojii fi indaastirii Ministeera Saayinsii fi Dhaabbilee Barnoota Olaanoo jalqabaa Finfinneetti gaggeeffamaa…