Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Buufatni konkolaataa qindaa’aa magaalaa Roobee eebbifame
Finfinnee, Adooleessa 5, 2013 (FBC) – Buufatni konkolaataa qindaa'aa magaalaa Roobee eebbifameera.
Abbaan Tayitaa Geejjiba Oromiyaa,tajaajia geejjibaa ammayyaa'aa,si'ataa fi…
Magaalaa Sabbataatti proojektoonni misoomaa garaagaraa 20 eebbifaman
Finfinnee, Adooleessa 4, 2013 (FBC) – Manni barusmsaa Ifa Boruu Diimaa sabbataa dabalatee proojektoonni misoomaa 20 ta'an bakka preezdaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis…
Magaalaa Finfinneetti Sagantaa Ashaaraa Magariisaan aduu tokkotti biqiltuu miiliyoonni 1.5 dhaabbate
Finfinnee, Adooleessa 4, 2013 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti Sagantaan Ashaaraa Magariisaan aduu tokkotti biqiltuu miiliyoonni 1.5 ol dhaabbachuu ibsameera.
Sagantaa kun mata duree…
Namoonni faddaaltoota seeraa alaan karaa Sudaaniin biyyaa ba’uuf turan 51 to’ataman
Finfinnee, Adooleessa 4, 2013 (FBC) – Namoonni dhuunfaan faddaaltoota seeraa alaan karaa Sudaaniin biyyaa ba'uuf turan 51 naannoo Amaaraa godina Lixa Goondar magaalaa Gandaawuhaatti…
Paartiin Badhaadhinaa bu’aa filannoo sadarkaa duraa ilaalchisee ergaa baga gammaddanii…
Finfinnee, Adooleessa 4, 2013 (FBC) – Paartiin Badhaadhinaa bu'aa filannoo sadarkaa duraa guyyaa kaleessaa ifoome ilaalchisee ergaa baga gammaddanii dabarseera.
Filannoon Marsaa 6ffaa…
Deeggarsi sagantaa nyaataa mannee barnootaaf taasiifamu itti fufa – Sagantaa Nyaataa Addunyaa
Finfinnee, Adooleessa 4, 2013 (FBC) – Sagaantaa nyaataa manneen barnootaa mootummaan Ityoophiyaa eegaleef deeggarsa taasiisu cimsee kan itti fufu ta'uu dhaabbanni Sagantaan Nyaataa Addunyaa…
Manni Barumsaa Ifaa Boruu sadarkaa 2ffaa Diimaa Sabbataa fi Nageellee Arsii eebbifame
Finfinnee, Adooleessa 4, 2013 (FBC) – Bulchiinsa Magaalaa Sabbataatti Manni barumsaa Ifaa Boruu Diimaa Sadarkaa 2ffaan bakka preezdaantiin mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa…
Aanaa Kuyyuutti Manni Barumsaa Ifaa Boruu sadarkaa 2ffaa Biriitii eebbifame
Finfinnee, Adooleessa 4, 2013 (FBC) – Godina Shawaa Kaabaa Aanaa Kuyyuutti Manni Barumsaa Ifaa Boruu sadarkaa 2ffaa Biriitii baasii Birri Miliyoona 34.4n ijaarrame ebbifame.
Manni…
Magaalaa Duukamitti proojektoonni misoomaa 48 eebbifaman
Finfinnee, Adooleessa 4, 2013 (FBC) – Magaalaa Duukamitti proojektoonni misooma Birrii biiliyoonni 1.2 baasii itti ta'e bakka Preezdaantiin Mootummaa naannoo Oromiyaa obbo Shimallis…
Komishiniin Ispoortii magaalaa Finfinnee tajaajila lammummaa gannaa hawaasa Ispoortii kuma dhibba 5…
Finfinnee, Adooleessa 4, 2013 (FBC) – Komishiniin Ispoortii magaalaa Finfinnee tajaajila lammummaa gannaa hawaasa Ispoortii kuma dhibba 5 hirmaachisu har'a ifatti eegalchiiseera.
Mata…