Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Labsii tajaajila lammummaa labsameen duudhaa Oromummaa ijaaruuf ni hojjenna – Obbo Shimallis…
Finfinnee, Adooleessa 4, 2013 (FBC) – Labsii tajaajila lammummaa labsameen duudhaa Oromummaa ijaaruuf ni hojjenna jedhan Preezdaantiin mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan.…
Tajaajilli lamummaa seektara barnootaa naannoo Oromiyaa eegalame
Finfinnee, Adooleessa 4, 2013 (FBC) – Hojiin tajaajila lammummaa seektara barnoota Oromiyaa har'a bakka Preezdaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaa argamanitti magaalaa…
Lammiileen Ityoophiyaa kumni 2 fi 537 Saa’ud Arabiyaarraa deebi’an
Finfinnee, Adooleessa 4, 2013 (FBC) – Lammiileen Ityoophiyaa kumni 2 fi 537 Saa'ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi'aniiru.
Haaluma lammiilee Ityoophiyaa Saa'ud Arabiyyaarraa gara biyyaa…
Manni Barumsaa Ifaa Boruu Obbaay Dibdibbee sadarkaa 2ffaan har’a ni eebbifama
Finfinnee, Adooleessa 4, 2013 (FBC) – Manni Barumsaa Ifa Boruu Obaay Dibdibbee Sadarkaa 2ffaa Duukam har'a bakka Preezdaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaa fi…
Sagantaan Ashaaraa Magariisaa kutaalee magaalee Finfinnee keessatti gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Adooleessa 4, 2013 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti guyyaa har'aa biqiltuu miiliyoona 1 dhaabuuf Sagantaan Ashaaraa Magariisaa kutaalee magaalee hunda keessatti gaggeeffamaa jira.…
Dooktar Abiy bu’aa filannoo ilaalchisee ergaa baga gammaddanii dabarsan
Finfinnee, Adooleessa 3, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad bu'aa filannoo ilaalchisee ergaa baga gammaddanii dabarsan.
Dooktar Abiy filannoo marsaa 6ffaan…
Ityoophiyaan qormaata keessa taatee filannoo gaggeessite – Preezdaant Saahilawarq
Finfinnee, Adooleessa 3, 2013 (FBC) – Preedaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen filattoonni obsaan filachuu isaanii galateeffatan.
Haalli nageenyaa boora'uun, weerarri Vaayrasii koroonaa fi…
Boordiin Filannoo Biyyaalessaa Dhaabbata duubatti hin deebine hundeessuu danda’eera –…
Finfinnee, Adooleessa 3, 2013 (FBC) – Boordiin Filannoo Biyyaalessaa Dhaabbata duubatti hin deebine hundeessuu danda'eera jedhaan Walitti Qabduun boordichaa Birtukaan Miidhaksaan.…
Boordiin Filannoo Biyyaalessaa bu’aa filannoo ifoomse
Finfinnee, Adooleessa 3, 2013 (FBC) – Boordiin Filannoo Biyyaalessa Ityoophiyaa bu'aa filannoo marsaa 6ffaa ifoomseera.
Mana Maree naannoof:-
Naannoo Oromiyaatti paartiin Badhaadhinaa…
Manneen waliinii barsiisootaaf kiraan dabarfamee ture gurgurtaan akka dabarfamuuf murtaa’e
Finfinnee, Adooleessa 3, 2013 (FBC) – Manneen walinii Barsiisootaa fi Hoggansa Barnootaaf kiraan dabarfaman ture gurgurattaan akka dabarfamuuf kaabineen Magaalaa Finfinnee murteesse.…