Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Abbootiin qabeenyaa raayyaa ittisa biyyaaf deeggarsa walitti qaban bulchiinsa magaalaa Finfinneef…
Finfinnee, Adooleessa 3, 2013 (FBC)- Abbootiin qabeenya raayyaa ittisa biyyaaf deeggarsa walitti qaban bulchiinsa magaalaa Finfinneef laataniiru.
Bulchiinsi magaalichaa raayyaa ittisa…
Manni Maree waloo paartilee morkattootaa sagantaa dhaabbii biqiltuu gaggeessan
Finfinnee, Adooleessa 3, 2013 (FBC)- Miseensoonni Mana Maree waloo paartilee morkattootaa ‘Kottaa Ityoohiyaa Uwwisnaa’ jedhuun sagantaa dhaabbii biqiltuu gaggeessaniiru.
Hoogganaa Paartii…
Aadde Adaanach Abeebee fi Injiinar Ayishaan kutaa magaalaa Nifaas Silki laaftootti bo’oo…
Finfinnee, Adooleessa 3, 2013 (FBC)- Itti aantuun Kantiibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee fi Ministirri Ministeera Misooma Magaalaa fi Konistiraakshinii Injiinar Ayiishaa…
Ityoophiyaanoonni kumni 2 fi 536 gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Adooleessa 3, 2013 (FBC)- Lammiileen Ityoophiyaa kumni 2 fi 536 gara biyyaa deebi’aniiru.
Lammiilee Ityoophiyaa Saa’ud Arabiyaatti argaman gara biyyaa deebisuuf hojiin…
Naannoo Kibbaatti Biqiltuu Bunaa miiliyoona dhibba 1 dhaabuuf qophiin taasiifame
Finfinnee, Adooleessa 2, 2013 (FBC) –Naannoo Kibbaatti misooma bunaa babal'isuuf Biqiltuu Bunaa miiliyoona dhibba 1 dhaabuuf qophiin taasiifamuu Biiroon Qonnaa fi Qabeenya Uumamaa naannichaa…
Ibidda warshaa Baangilaadeesh keessatti ka’een yoo xiqqaate namootni 52 du’an
Finfinnee, Adooleessa 2, 2013 (FBC) –Ibidda warshaa Baangilaadeesh keessatti ka’een yoo xiqqaate namootni 52 du’uun ibsame.
Baagilaadeeshitti ibiddaa warshaa keessatti uumameen namootni…
Obbo Dammaqaan ministira Alaa Maalaawwii waliin mari’atan
Finfinnee, Adooleessa 2, 2013 (FBC) – Itti Aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimmaa Alaa obbo Dammaqaa Makonniin Ministira Ministeera Alaa Maalaawwii Ayizanhaaweer Mikaakaa…
Naannoo Tigraayitti lammiilee rakkoof saaxilamaniif deeggarsi namoomaa imalchiifamaa jiraachuu…
Finfinnee, Adooleessa 2, 2013 (FBC) – Naannoo Tigraayitti lammiilee rakkoof saaxilamaniif deeggarsi namoomaa barbaachisaa ta'e konkolaattoota gurguddoon gara naannichaa imalchiifamaa…
Godina Harargee Bahaa aanaa Malkaa Ballootti riqichii eebbifame
Finfinnee, Adooleessa 2, 2013 (FBC)- Godina Harargee Bahaa aanaa Malkaa Ballootti riqichii eebbifameera.
Riqichichi baasii Birrii miiliyoona 13.8 kan ijaarramee ta’uu ibsameera.
Sirnaa…
Sababa guutiinsa hidha haaromsaaf uummattoota Sudaanii fi Gibtsirra miidhaan kamuu hi qaqqabuu…
Finfinnee, Adooleessa 2, 2013 (FBC)-Sababa guutinsa Hidha Haaromsaa Guddichaaf uummattoota Sudaanii fi Gibtsirra miidhaa kan hin qaqqabsifnee ta’uu Muummeen Ministira FDRI Dooktar Abiy…