Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Namoonni dhuunfa filannichaarratti dorgomaan muuxannoosaanii hiraa jiru
Finfinnee, Adooleessa 3, 2013 (FBC)- Namoonni dhuunfa filannichaarratti dorgomaan muuxannoosaanii hiraa jiru.
Kaadhimamaan dhuunfa obbo Alaasaa Mangaashaa filannoo biyyoolessaa marsaa…
Koolleejjiin Barsiisootaa Ciroo barsiistota 140 eebbisiise
Finfinnee, Adooleessa 3, 2013 (FBC)- Koolleejjiin Barnoota Barsiisootaa Ciroo barsiistota 140 eebbisiseera.
Kolleejjichi dhiirota 114 fi dubartoota 26 ogummaawwan garagaraatiin leenjise…
Godina Harargee Lixaa Aanaa Doobbaatti proojektoonni adda addaa eebbifamaan
Finfinnee, Adooleessa 3, 2013 (FBC)- Godina Harargee Lixaa Aanaa Doobbaatti proojektoonni adda addaa eebbifamaaniiru.
Aanaa Doobbaatti proojektoonni 10 Birrii miiliyoona dhibba 2 fi…
Godina Buunnoo Beddelleetti Manni Barumsaa Ifa Boruu Sadarkaa 2ffaa eebbifame
Finfinnee, Adooleessa 3, 2013 (FBC)- Manni Barumsaa Ifa Boruu Sadarkaa 2ffaa Daaboo Teemoo Baajata Mootummaa Naannoo Oromiyaa Birrii Miiliyoona 38.6n ijaaramaa ture eebbifameera.
Jilli…
Sagantaan bu’aan filannoo biyyoolessaa 6ffaa beeksisuu gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Adooleessa 3, 2013 (FBC)- Sagantaan bu’aan filannoo biyyoolessaa 6ffaa beeksisuu gaggeeffamaa jira.
Saganticharratti paartiilee morkattootaa, taajjabdoonni, jaarsoliin biyyaa…
Baankichi sarara diriirsa dhiyeessii humna elektirikaa Ityoo-Jibuutiif doolaraa miiliyoona 83.6…
Finfinnee, Adooleessa 3, 2013 (FBC)- Baankiin Misooma Afrikaa sarara diriirsa dhiyeessii humna elektirikaa Ityoo-Jibuutiif doolaraa miiliyoona 83.6 raggaasiiseera.
Baankichi daangaa…
Ityoophiyaan himata Mana Murtii idil addunyaatin irratti baname injifatte
Finfinnee, Adooleessa 3, 2013 (FBC)- Ityoophiyaan himata Mana Murtii idil addunyaatin irratti baname injifachuushee Ministeerri Albuudaa fi Booba’aa beeksiseera.
Ityoophiyaan Mana Murtii…
Antooniyoo Gutareez Dooktar Abiy deeggarsi namoomaa akka Tigraayiin qaqqabuuf haala mijeessuuf waada…
Finfinnee, Adooleessa 3, 2013 (FBC)- Antooniyoo Gutareez Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy deeggarsi namoomaa akka naannoo Tigraayiin qaqqabuuf haala mijeessuuf waada galan…
Koolleejjiin barsiisota Naqamtee barattoota muummee garaagaraan barsiisaa ture 218 har’aa…
Finfinnee, Adooleessa 3, 2013 (FBC)- Koolleejjiin barsiisota Naqamtee barattoota muummee garaagaraan barsiisaa ture 218 har'aa eebbisiiseera.
Koolleejjichi barattoota muummee Afaanii,…
Koolleejjiin Niwuu Gloobaal Vizhiin damee Shaashamannee barattoota barsiisaa ture eebbisiise
Finfinnee, Adooleessa 3, 2013 (FBC)- Koolleejjiin Niwuu Gloobaal Vizhiin damee Shaashamannee barattoota kuma 3 fi 519 barsiisaa ture eebbisiiseera.
Koolleejjiichi barattoota Mastarsii 466…