Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Aadde Daagmaawiit Gaambeellaa galan
Finfinnee, Adooleessa 2, 2013 (FBC) – Ministirri Ministeera Geejjibaa Aadde Daagmaawiiti Magos daawwannaa hojiif Gaambeellaa galaniiru.
Jilli aadde Daagmaawiitiin durfamu wayita…
Ityoophiyaanoonni kumni 2 fi 212 Saa’ud Arabiyaarra gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Adooleessa 2, 2013 (FBC)- Lammiileen Ityoophiyaa kumni 2 fi 212 Saa’ud Arabiyaarra gara biyyaa deebi’aniru.
Lammiilee Ityoophiyaa Saa’ud Arabiyaatti argaman gara biyyaa…
Hidha Haaromsaa fi Raayyaa Ittisaaf deeggarsa taasiisan kan itti fufan ta’uu Abbootiin qabeenyaa…
Finfinnee, Adooleessa 2, 2013 (FBC) – Hidha Haaromsaa fi Raayyaa Ittisaaf deeggarsa taasiisan kan itti fufan ta’uu Abbootiin qabeenyaa magaalaa Finfinnee himan.
Bulchiinsi Magaalaa…
Murtoon Mana Maree Nageenyaa bu’aa guddaa Dippiloomaasiiti – Ministeera Dhimma Alaa
Finfinnee, Adooleessa 2, 2013 (FBC) – Manni Maree Nageenyaa Hidhaan Haaromsaa dhimma misoomaa fi dhimma Afrikaa ta’uu mirkanneessuun isaa bu’aa guddaa dippiloomaasiin argame ta’uu…
Caffeen Oromiyaa wixinee labsii manneen murtii Aadaa hundeessuuf qophaa’erratti marii gaggeessaa…
Finfinnee, Adooleessa 2, 2013 (FBC)- Caffeen Oromiyaa, wixinee labsii manneen murtii Aadaa hundeessuuf qophaa’erratti marii gaggeessaa jira.
Waltajjicharrattis Afyaa’iin Caffee Oromiyaa ,…
Ityoophiyaanoonni 60 Libaanoosii gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Adooleessa 2, 2013 (FBC)- Lammiilee Ityoophiyaa 60 Libaanoosii gara biyyaa deebi’aniiru.
Waajjirri Qonsiilaa FDRI Beeruut qaamolee ilaallatuu waiin ta’uun lammiilee sanadaa hin…
Magaalaa Finfinneetti durbatoonni kumni 10 ol sagantaa Ashaaraa Magariisaan Biqiltu dhaaban
Finfinnee, Adooleessa 2, 2013 (FBC) – Dubartoonni magaalaa Finfinnee mata duree ‘obboleettummaa sabdaneessaa misooma magariisaa keenyaaf’ jedhuun biqiltuu dhaabaniiru.…
Aadde Mufariyaat Kaamiil magaalaa Harariitti biqiltuu dhaabuun Ashaaraa Magariisaa jalqabsiisan
Finfinnee, Adooleessa 2, 2013 (FBC)- Ministirri Ministeera Nageenyaa aadde Mufariyaat Kaamiil magaalaa Harariitti biqiltuu dhaabuun Ashaaraa Magariisaa jalqabsiisaniiru.…
Magaalaa Finfinneetti namoonni dhuunfa Birrii sobaa osoo maxxansanii argaman to’annaa jala oolan
Finfinnee, Adooleessa 2, 2013 (FBC)- Magaalaa Finfinneetti namoonni dhuunfa Birrii sobaa osoo maxxansanii argaman to’annaa jala oolaniiru.
Kutaa magaalaa Booleetti namoonni dhuufa Birrii…
Qormaanni naannoo kutaa 8ffaa Naannoo Beenishaanguul Guumuuz Wiixata ni eegalama
Finfinnee, Adooleessa 2, 2013 (FBC) – Qormaanni naannoo kutaa 8ffaa Naannoo Beenishaanguul Guumuuz Adooleessa 5 – 7, 2013 kan laatamu ta’uu ibsameera.
Qormaanni harki caalu manneen…