Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Obbo Dammaqaan Ministira Alaa Meeksiikoo waliin mari’atan
Finfinnee, Adooleessa 2, 2013 (FBC) – Itti Aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makonniin Ministira Ministeera Dhimma Alaa Meeksiikoo…
Koreen Dhaabbii Dhimma Baajataa fi To’annoo Baasii Mootummaa Caffee Oromiyaa raawwii hojii waggaa…
Finfinnee, Adooleessa 1, 2013 (FBC) – Koreen Dhaabbii Dhimma Baajataafi To’annoo Baasii Mootummaa Caffee Oromiyaa raawwii hojii waggaa manneen hojii shanii gamaaggameera.
Koreen…
Mariin sadeenii Hidha Haaromsaa Guddichaa Ityoophiyaa Gamtaa Afrikaan akka ilaalamuu murtaa’e
Finfinnee, Adooleessa 2, 2013 (FBC)- Manni Maree Nageenyaa mariin sadeenii hidha haaromsaa guddichaa Ityoophiyaa Gamtaa Afrikaan akka ilaalamuu murteesseera.
Gibtsi sababoota garagaraa…
Lammiileen Ityoophiyaa fi dhalootan Ityoophiyaa walga’ii Manni Maree Nageenyaa Hidha Haaromsaa…
Finfinnee, Adooleessa 1, 2013 (FBC) –Lammiileen Ityoophiyaa, dhalootan Ityoophiyaa fi deeggartoonni Ityoophiyaa walga'ii Manni Maree Nageenyaa Hidha Haaromsaa ilaalchisee gaggeessu mormuun…
Ijaarsa Hidha Haaromsaa Xumursiisuun walitti hidhamiinsa diinagdee naannichaa cimsuun nageenyaf…
Finfinnee, Adooleessa 1, 2013 (FBC) - Ijaarsa Hidha Haaromsaa Xumursiisuun walitti hidhamiinsa diinagdee naannichaa cimsuun nageenyaf gatii olaanaa qabaachuu qorattoonni damichaa…
Namni dhuunfaan daa’ima umrii waggaa 4 hatuun maatii Birrii kuma dhibba 3 gaafachaa ture too’atame
Finfinnee, Adooleessa 1, 2013 (FBC) - Namni dhuunfaan daa’ima umrii waggaa 4 ukkaamsuun maatii Birrii kuma dhibba 3 gaafachaa ture Godina Shawaa Kaabaa magaalaa Fiicheetti too’atamuu…
Bara kana naannoo Yaa’a laga Abbaayyaa biqiltuu biiliyoonni 4.5 ni dhaabbata – Ministeera Qonnaa
Finfinnee, Adooleessa 1, 2013 (FBC) - Bara kana naannoo Yaa’a laga Abbaayyaa biqiltuu biiliyoonni 4.5 kan dhaabatu ta’uu Ministeerri Qonnaa beeksiise.
Sagantaa Ashaaraa Magariisaa…
Addunyaarratti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaan du’anii miiliyoona 4 caale
Finfinnee, Adooleessa 1, 2013 (FBC) - Addunyaarratti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaan du’anii miiliyoona 4 caaluu ibsame.
Hanga ammaatti namoota vaayarsichaan qabaman…
Naannoon Kibbaa bara baajataa kana Buna meetirik Toonii kuma 64 gabaaf dhiyeessuu ibsame
Finfinnee, Adooleessa 1, 2013 (FBC) - Naannoon Kibbaa bara baajataa kana Buna meetirik Toonii kuma 64 gabaaf dhiyeessuu beeksiise.
Sosochiin sagantaa dhaabbii biqiltuu Bunaa gannaa…
Qaamoleen garaagaraa sagantaa dhaabbii Biqiltuu ashaaraa magariisaa gaggeessaniiru
Finfinnee, Adooleessa 1, 2013 (FBC) - Miseensoonni Mana Maree magaalaa Finfinnee, Ministeerri Aadaa fi Tuurizimii fi dhaabbileen waamamtootaa sagantaa dhaabbii Biqiltuu Ashaaraa magariisaa…