Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Humni qilleensaa Ityoophiyaa miseensota haaraa leenjii bu’uuraa loltummaa leenjisaa ture…
Finfinnee, Adooleessa 1, 2013 (FBC) - Humni qilleensaa Ityoophiyaa miseensota haaraa leenjii bu'uuraa loltummaa leenjisaa ture eebbiseera.
Humni qilleensaa kun miseensota kanneen…
Naannoo Filannoo Nagalleetti filannoon adda citee ture gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Adooleessa 1, 2013 (FBC) - Naannoo Filannoo Nagalleetti filannoon adda citee ture ha’a sa’aatii 12:00 eegalee gaggeeffamaa jiraachuu ibsameera.…
Imaammannii fi tarsiimoon nyaata mannee barnootaa biyyaleessaa ifoome
Finfinnee, Adooleessa 1, 2013 (FBC) - Imaammannii fi Tarsiimoon nyaata mannee barnootaa biyyaleessaa ifoomeera.
Ministirri Ministeera Barnootaa Dooktar Injiinar Geetahuun Makuriyaan…
Yeroo tokkotti tokkummaan danuu taanee dameewwan hedduu yaa milkeessinu – Dooktar Abiy
Finfinnee, Adooleessa 1, 2013 (FBC) - Yeroo tokkotti tokkummaan danuu taanee dameewwan hedduu yaa milkeessinu jedhan Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad.
Danuu…
Lammiileen Ityoophiyaa kumni 2 fi 196 Saa’ud Arabiyaarraa deebi’an
Finfinnee, Adooleessa 1, 2013 (FBC) - Lammiileen Ityoophiyaa kumni 2 fi 196 Saa’ud Arabiyaarraa deebi’aniiru.
Lammiilee Ityoophiyaa Saa’ud Arabiyaatti aragaman gara biyyaa deebisuuf…
Aadde Mufariyaat Kamiil Dirree Dawaatti argamuun Biqiltuu dhaaban
Finfinnee, Adooleessa 1, 2013 (FBC) - Ministirri Ministeera Nageenyaa aadde Mufariyaat Kamiil Dirree Dawaatti argamuun biqiltuu dhaabaniiru.
Aadde Mufariyaat hoggansa bulchiinsa…
Haala sosochii namoomaa naannoo Tigraay keessa jiru ilaalchisee hawaasa idil addunyaaf ibsi…
Finfinnee, Waxabajjii 30, 2013 (FBC) – Haala sosochii namoomaa naannoo Tigraay keessa jiru ilaalchisee Ministirri Ministeera Nageenyaa aadde Mufariyaat Kamiilii fi Komishinarri Komishinii…
Guutiinsi Bishaanii marsaa 2ffaan hidha haaromsaa bu’uuruma waliigaltee biyyoota sadaniin…
Finfinnee, Waxabajjii 30, 2013 (FBC) – Guutiinsi Bishaanii marsaa 2ffaan hidha haaromsaa bu'uuruma waliigaltee biyyoota sadaniin gaggeeffamaa jiraachuu mariisiisan hidhichaa fi walitti…
Mariin sadee Hidha Haaromsaa mana maree nageenyaan osoo hin taane gamtaa Afrikaan ilaallama –…
Finfinnee, Waxabajjii 30, 2013 (FBC) – Mariin sadee Hidha Haaromsaa Mana Maree Nageenyaan osoo hin taane gamtaa Afrikaan kan ilaallama ta'uu Itti Aanaan Muummeen Ministiraa fi Ministirri…
Jarman Ityoophiyaatti hoomaa awwannisaa ittisuuf kan ooluu deeggarsa doolaraa miiliyoona 6 ol…
Finfinnee, Waxabajjii 30, 2013 (FBC)- Jarman Ityoophiyaatti hoomaa awwannisaa ittisuuf kan ooluu deeggarsa doolaraa miiliyoona 6 ol taasifteetti.
Jarman, karaa Dhaabbata Nyaataa fi Qonnaa…