Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Magaalichatti shakkamtoonni Birrii sobaan bitaa turan to’annaa jala oolan
Finfinnee, Waxabajjii 30, 2013 (FBC)-Magaalaa Finfinnee Kutaa magaalaa Nifaas Silki Laaftootti Birrii soba kumni 25 fi shakkamtoonni 4 to’annaa jala ooluu Komishiniin Poolisii Magaalaa…
Godina Harargee Bahaatti qaamolee hojii misoomaa irratti gumaacha olaanaa taasisaniif beekkamtiin…
Finfinnee, Waxabajjii 30, 2013 (FBC)- Godina Harargee Bahaatti qaamolee hojii misoomaa irratti gumaacha olaanaa taasisaniif beekkamtiin kannameera.
Sirna beekkamti laachuu kanarrattis…
Waltajjiin waloo tumsa teeknikaa loltummaa 11ffaa Ityoo-Raashiyaa gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Waxabajjii 30, 2013 (FBC)- Waltajjiin waloo tumsa teeknikaa loltummaa 11ffaa Ityoo-Raashiyaa gaggeeffamaa jira.
Waltajjichi magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira jedhameera.…
Dargaggoonni miseensota Humna Eeggataa Afrikaa Bahaa Paarkii Inxooxxootti biqiltuu dhaaban
Finfinnee, Waxabajjii 30, 2013 (FBC)- Dargaggoonni miseensota Humna Eeggataa Afrikaa Bahaa Paarkii Inxooxxootti biqiltuu dhaabaniiru.
Daayrektarri Humna Eeggataa Afrikaa Bahaa Birgaadeer…
Manni Marichaa labsii aangoo fi hojimata Mana Maree Federeeshiinii Ityoophiyaa foyyeessuuf…
Finfinnee, Waxabajjii 30, 2013 (FBC)- Manni Maree Bakka Bu’ootaa Uummataa labsii aangoofi hojimata Mana Maree Federeeshiinii Ityoophiyaa foyyeessuuf ba'e raggaasiseera.
Manni Maree Bakka…
Ityoo-Teeleekoom sagantaa Ashaaraa Magarsiisaa eegalchiise
Finfinnee, Waxabajjii 30, 2013 (FBC)- Ityoo-Teeleekoom kutaa biyyattitti kan argamaan hojjettoota dhaabbatichaa kan
hirmaachisee sagantaa Ashaaraa Magarsiisaa eegalchiisaniiru.…
Qaamoleen fedhii qaban naannoo Tigraayiif deeggarsa akka taasisaniif eeyyamni balallii laatame
Finfinnee, Waxabajjii 30, 2013 (FBC)- Mootummaan Ityoophiyaa qaamoleen fedhii qaban naannoo Tigraayiif deeggarsa akka taasisaniif eeyyamni balallii laatameera.
Mootummaan Ityoophiyaa…
Dhiitta mirga namoomaa gareen Shororkeessaa ABUT raawwata jiru hawaasni addunyaa akka balaaleffatu…
Finfinnee, Waxabajjii 30, 2013 (FBC)- Bulchiinsi yeroo naannoo Tigraay dhiitta mirga namoomaa gareen Shororkeessaa ABUT uumatarraan gahaa jiru hawaasni addunyaa akka balaaleffatu gaafateera.…
Aadde Adaanach Abeebee jiraattoota magaalichaa waliin giddugala biqiltuu Gullallee keessaatti…
Finfinnee, Waxabajjii 30, 2013 (FBC)- Itti aantuun Kantiibaa Magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee jiraattoota magaalichaa waliin giddugala biqiltuu Gullallee keessaatti biqiltuu…
Ityoophiyaanoonni Awustaraaliyaatti argaman haala waqtaawaa biyyaarratti mari’atan
Finfinnee, Waxabajjii 30, 2013 (FBC)- Lammiileen Ityoophiyaa Awustaraaliyaatti argaman haala waqtaawaa biyyaarratti viidiyoo konfiransiin mari’ataniiru.
Marichaan Awustaraaliyaatti…