Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ityoophiyaanoonni kumni 2 fi 417 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Waxabajjii 30, 2013 (FBC)- Lammiileen Ityoophiyaa kumni 2 fi 417 Saa'ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’aniiru.
Lammiilee Ityoophiyaa Saa’ud Arabiyaatti argaman gara biyyaa…
Dhiibbaa weerarri vaayrasii qaqqabsiisee bayyanachiisuuf biyyoota garagaraa fi dhaabbiilee waliin…
Finfinnee, Waxabajjii 30, 2013 (FBC)- Ityoophiyaan dhiibbaa weerarri vaayrasii qaqqabsiisee bayyanachiisuuf biyyoota garagaraa fi dhaabbiilee waliin tumsaan hojjechaa jiraachuu Ministeerri…
Walga’ii manni maree nageenyaa dhimma hidha haaromsaa ilaalchisee gaggeessu mormuuf hiriirri…
Finfinnee, Waxabajjii 29, 2013 (FBC) – Walga'ii Manni Maree Nageenyaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii dhimma hidha haaromsaa ilaalchisee gaggeessu mormuun hiriirri gaggeeffamuufi jedhame.…
Seeminarri dargaggoota biyyoota Afrikaa bahaa nageenyaa fi eegumsa naannoorratti muuxannoo wal…
Finfinnee, Waxabajjii 29, 2013 (FBC)- Seeminarri dargaggoota biyyoota Afrikaa bahaa nageenyaa fi eegumsa naannoorratti muuxannoo wal jijjiirran eegaleera.
Ministirri Ministeera Nageenyaa…
‘Tiyaanjiin Maaway Intarnaashinaal’ meeshaalee Fanjii fashaleessan Poolisii Federaalaaf deeggarsa…
Finfinnee, Waxabajjii 29, 2013 (FBC) – Dhaabbanni dhuunfaa Chaayinaa ‘Tiyaanjiin Maaway Intarnaashinaal' jedhamu meeshaalee Fanjii fashaleessan Poolisii Federaalaaf deeggarsa taasiiseera.…
Rakkooleen sochii Invastimantii quunnaman saffisaan furamuu qabu – Obbo Dammaqaa Makonniin
Finfinnee, Waxabajjii 29, 2013 (FBC) – Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makonniin rakkooleen sochii Invastimantii quunnaman…
Dooniin Ityoophiyaa buufata Barbaraatti tajaajila laachuu eegalte
Finfinnee, Waxabajjii 29, 2013 (FBC)-Moggasaa maqaa ‘Gibee’ jedhamuun kan beekamtu Dooniin Ityoophiyaa waggoota 20 booda yeroo jalqabaaf Soomalee Laandii buufata Barbaraatti tajaajila…
Sirni awwaalchaa Dooktara Kabajaa Abbabach Goobanaa raawwate
Finfinnee, Waxabajjii 29, 2013 (FBC)- Sirni awwaalchaa Dooktar Kabajaa Abbabach Goobanaa raawwateera.
Sirni aawwalchaasaanii Mana Amantaa Kiristiyaanaa Kaateediraali Qulqulluu…
Kooriyaan hariiroo Ityoophiyaa waliin qabduuf iddoo addaa laatti – Ambaasaaddar Lii Saangijii’oong
Finfinnee, Waxabajjii 29, 2013 (FBC) – Kooriyaan hariiroo Ityoophiyaa waliin qabduuf iddoo addaa kan laattu ta’uu Sudaanitti Ambaasaaddarri Kooriyaa Ambaasaaddar Lii Saangijii’oong…
Ityoophiyaan giddugaltummaa Liigii Arabaa mormuun Mana Maree Nageenyaaf Xaalayaa barreessite
Finfinnee, Waxabajjii 29, 2013 (FBC) – Ityoophiyaan dhimma Hidha Haaromsarratti giddugaltummaa Liigii Arabaa mormuun Mana Maree Nageenyaaf Xaalayaa barreessuu ibsame.…