Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Dhaloota beekumsaan biyya ofii ijaaree badhaadhina mirkaneessu uumuuf hojjetamaa jira-Preezdaant…
Finfinnee, Waxabajjii 29, 2013 (FBC)- Preezdaantiin Mootummaa naannoo Oromiyaa oobo Shimallis Abdiisaa dhaloota beekumsaan biyya ofii ijaaree badhaadhina mirkaneessu uumuuf hojjetamaa…
Ityoophiyaanoonni kumni 2 fi 631 gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Waxabajjii 29, 2013 (FBC)- Lammiileen Ityoophiyaa kumni 2 fi 631 gara biyyaa deebi’aniiru.
Lammiilee Ityoophiyaa Saa’ud Arabiyaatti argaman gara biyyaa deebisuuf hojiin…
Gamaaggamni raawwii hojii Sektera Qonnaa magaalaa Sabbataatti gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Waxabajjii 29, 2013 (FBC)- Gamaaggamni raawwii hojii Sektera Qonnaa bara 2013 magaalaa Sabbataatti gaggeeffamaa jira.
Gammagamicharratti kan argaman Hogganaan Biiroo Qonna fi…
Ministeerichi mana harka qaleeyyii haaromsuun sagantaa tola oltootaa gannaa eegalchiise
Finfinnee, Waxabajjii 29, 2013 (FBC)-Ministeerri Barnootaa mana harka qaleeyyii haaromsuun sagantaa tola oltootaa gannaa eegalchiiseera.
Hoggantoonni olaanoo ministeerichaa kutaa magaalaa…
Meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 58tti tilmaamaman to’annaa jala oolaniiru
Finfinnee, Waxabajjii 29, 2013 (FBC)- Meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 58tti tilmaamaman to’annaa jala ooluu Ministeerri Galiiwwanii beeksisee.
Meeshaaleen kontiroobaandii…
Akkaadaamiin Beekkumsa Hooggansaa Afrikaa, barattoota 104 Digirii 2ffaan barsiisaa ture marsaa…
Finfinnee, Waxabajjii 29, 2013 (FBC) – Akkaadaamiin Beekkumsa Hoggansaa Afrikaa, barattoota ogummaa garaagaraan 104 Digirii 2ffaan barsiisaa ture marsaa jalqabaaf eebbisiiseera.…
Sirni awwaalcha Dooktara Kabajaa Abbabach Goobanaa har’a raawwate
Finfinnee, Waxabajjii 29, 2013 (FBC)- Sirni gaggeessaa reeffa Dooktara Kabajaa Abbabach Goobanaa har’a addabaabaayii Masqaalaatti raawwachuu koreen awwaalchaa raawwatuu beeksise.
Sirni…
Preezdaant Shimallis Abdiisaa ijaarsa Mana Barumsaa Oolmaa Daa’imanii Bu’uura Boruu…
Finfinnee, Waxabajjii 29, 2013 (FBC)- Preezdaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaa ijaarsa Mana Barumsaa Oolmaa Daa'imanii Bu'uura Boruu Magaalaa Mojoo eegalchiisaniiru.…
Boordichi bu’aa filannoo waliigalaa torbee kana kan beeksiisu ta’uu ibse
Finfinnee, Waxabajjii 28, 2013 (FBC) – Boordiin Filannoo biyyaalessaa bu'aa filannoo waliigalaa torbee kana kan beeksiisu ta'uu ibseera.
Bu'aan sagalee naannolee filannoo hundaa boordicha…
Bulchiinsi magaalaa Finfinnee Birrii miiliyoona dhibba 5 Raayyaa Ittisaaf deeggarsa taasiise
Finfinnee, Waxabajjii 28, 2013 (FBC) – Bulchiinsi magaalaa Finfinnee haala waaqtaawaa naannoo Tigraay fi dhimmoota biroo ilaalchisee hoggansa sadarkaan jiran waliin mari'ateera.
Raayyaan…