Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Bulchiinsi yeroo naannoo Tigraay gaaffii jijjiirrama maqaa buufata televiizhinii naannichaa…
Finfinnee, Waxabajjii 28, 2013 (FBC)- Abbaan Taayitaa dhaabbilee miidiyaa Ityoophiyaa bulchiinsi yeroo naannoo Tigraay gaaffii jijjiirrama maqaa buufata televiizhinii naannichaa dhiyeessee…
Godinaalee Oromiyaa garaagaraatti hojiin tajaajila kenne lammummaa fi Ashaaraa magariisaa…
Finfinnee, Waxabajjii 28, 2013 (FBC) – Sagantaan kenna tajaajila lammuummaa fi ashaaraa magariisaa Godinaalee Oromiyaa garaagaraa keessatti gaggeefamaa jiraachuu ibsameera.…
Walga’iin idilee 14ffaa waggaa 6ffaa bara hojii Caffee 5ffaan Adoolessa 7 ni gaggeeffama
Finfinnee, Waxabajjii 28, 2013 (FBC)- Walga’iin idilee 14ffaa waggaa 6ffaa bara hojii Caffee 5ffaan Adoolessa 7, 2013 kan gaggeeffamuu ta’uu ibsameera.
Walga’ichi Magaalaa Adaamaa Galma…
Aanaa Giraar Jaarsootti Proojektoonni misoomaa garaagaraa eebbifaman
Finfinnee, Waxabajjii 28, 2013 (FBC) –Godina Shawaa Kaabaa aanaa Giraar Jaarsottii proojektoonni misoomaa garaagaraa baasii Birrii miiliyoona 18’n hojjetamanii xumuraman eebbifaman.…
Daraggoonni Afrikaa bahaa Finfinneetti biqiltuu dhaabuufi
Finfinnee, Waxabajjii 28, 2013 (FBC)- Daraggoonni Afrikaa bahaa Finfinneetti biqiltuu dhaabuufi jedhame.
Dargaggoonni Afrikaa Bahaa saganta muuxannoo wal jijjiirraa fi dhaabbii biqiltuu…
Manni maricha Baajata bara 2014 dhiyaate Birrii biiliyoonaa 561.67 raggaasise
Finfinnee, Waxabajjii 28, 2013 (FBC) – Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa Walga’ii addaa 4ffaa bara hojii 6ffaa har'a gaggeesseen wixinee labsii baajata bara 2014 dhiyaate…
Naannoo Gambeellaatti qormaanni kutaa 8ffaa laatamuu eegale
Finfinnee, Waxabajjii 28, 2013 (FBC)- Naannoo Gambeellaatti qormaanni kutaa 8ffaa laatamuu eegalu Biiroon Barnoota naannichaa beeksiseera.
Barattoonni galgalaa fi idilee kumni 17 fi 958…
Waraanni Ityoophiyaa hidhannoo ammayyaa dhabus, onnee loltoonni Ityoophiyaa qaban qaamni kamiiyyuu…
Finfinnee, Waxabajjii 28, 2013 (FBC) – Waraanni Ityoophiyaa hidhannoo ammayyaa dhabus, onnee loltoonni Ityoophiyaa qaban qaamni kamiiyyuu hin qabu jedhan Muummeen Ministiraa FDRI…
Bulchiisni odeeffannoo magaaloota 6 dhiyeenyatti hojii ni eegala
Finfinnee, Waxabajjii 28, 2013 (FBC)- Bulchiisni odeeffannoo magaaloota 6 dhiyeenyatti hojii ni eegalaa jedhameera.
Bulchiisni odeeffannoo kun magaaloonni ofiisaanii akka beeksisan,…
Kaayyoo gareen Shororkeessaa ABUT Ityoophiyaa gargar qooduuf karoorfate fashaleessuun danda’ameera –…
Finfinnee, Waxabajjii 28, 2013 (FBC) – Kaayyoo gareen Shororkeessaa ABUT Ityoophiyaa gargar qooduuf karoorfate fashaleessuun danda’amuu Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad…