Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Godina Buunnoo Beddellee aanaa Deeggaatti hojiin kenna tajaajila lammummaa fi duulli ashaaraa…
Finfinnee, Waxabajjii 28, 2013 (FBC)- Godina Buunnoo Beddellee aanaa Deeggaatti hojiin kenna tajaajila lammummaa fi duulli ashaaraa magariisaa gaggeefameera.
Biiroon Dhimma Dubartoota,…
Aanga’oonni mootummaa ummataatti gadi bu’aanii hojjechuu qabu – Dooktar Abiy
Finfinnee, Waxabajjii 28, 2013 (FBC) – Aanga’oonni mootummaa ummataatti gadi bu’aanii ummata waliin hojjechuu akka qaban Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad ibsa mana mareef…
Ityoophiyaan qormaata hunda darbuun daandii guddinaa qabattee imalaa jirti – Dooktar Abiy
Finfinnee, Waxabajjii 28, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad gaaffii miseensoota mana mareerraa ka’aniif deebii fi ibsa laataniiru.
Dooktar Abiy Qaala’iinsi…
Ityoophiyaanoonni kumni 2 fi 521 Saa’ud Arabiyaarra gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Waxabajjii 28, 2013 (FBC)- Lammiileen Ityoophiyaa kumni 2 fi 521 Saa’ud Arabiyaarra gara biyyaa deebi’aniiru.
Lammiilee Ityoophiyaa Saa’ud Arabiyaatti argaman gara biyyaa…
Aanaa Ejersaa Lafootti balaa tiraafikaa qaqqabeen lubbuun namoota 7 darbe
Finfinnee, Waxabajjii 28, 2013 (FBC)-Godina Shawaa Lixaa Aanaa Ejersa Lafoo ganda Bitee Ejersa Lafootti balaa tiraafikaa qaqqabeen lubbuun namoota 7 darbeera.
Balichi Konkolaataa Izuuzuun…
Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa walga’ii addaa 4ffaa bara hojii 6ffaa gaggeessuu…
Finfinnee, Waxabajjii 28, 2013 (FBC) – Manni Maree Bakka Bu'oota Ummataa walga'ii addaa 4ffaa bara hojii 6ffaa gaggeessuu eegaleera.
Walga'ii addaa kanarratti Muummeen Ministiraa…
Preezdaant Saahilawarq boqachuu Dooktara Kabajaa Abbabach Goobanaa gadda itti dhaga’ame ibsan
Finfinnee, Waxabajjii 27,2013 (FBC) - Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen boqachuu Dooktara Kabajaa Abbabach Goobanaa gadda itti dhaga'ame ibsaniiru.
Goonni Haati hiyyeessaa fi…
Gareen shororkeessaa ABUT Raayyaa Azeebootti lammilee nagaa Jijjiramicha deeggaran ajjeesaa jira…
Finfinnee, Waxabajjii 27,2013 (FBC)- Gareen shororkeessaa ABUT Raayyaa Azeebootti lammilee nagaa Jijjiramicha deeggaran ajjeesa jiraachuu Itti gaafatamaa Waajjiraa fi Hogganaan Qunnamtii…
Ummaanni Sudaan dhugaa hidha haaromsaa hubachuu qabu – Ambaasaaddar Yibalxaan
Finfinnee, Waxabajjii 27, 2013 (FBC) – Ummanni Sudaan dhugaa hidha haaromsaa hubachuu akka qaban Sudaanitti ergamaan addaa Ityoophiyaa Ambaasaaddar Yibalxaa Ayimiroon ibsaniiru.
Dhimmi…
Oromiyaatti Adoolessa 6, 2013 aduu tokkotti biqiltuu miiliyoonni 350 dhaabuuf qophiin taasiifamaa…
Finfinnee, Waxabajjii 27, 2013 (FBC) –Naannoo Oromiyaatti Adoolessa 6, 2013 aduu tokkotti biqiltuu miiliyoona dhibba 3 fi miiliyoona 50 dhaabuuf qophiin taasiifamaa jiraachuu - Biiroon…