Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Manni Maree naannichaa baajata dabalataa Birrii biiliyoona 2.3tti hiiqu raggaasiise
Finfinnee, Waxabajjii 27, 2013 (FBC) – Manni Maree naannoo Kibbaa baajata dabalataa bara 2013 Birrii biiliyoona 2 fi miiliyoona dhibba 2 fi miiliyoona 92f kuma dhibba 8 ol raggaasiiseera.…
Hoomaan Awaannisaa aanaa Warra Baabbuutti muudate lafa hektaara kuma 3 fi 400 irra miidhaa…
Finfinnee, Waxabajjii 27, 2013 (FBC) – Hoomaan Awaannisaa aanaa Warra Baabbuutti muudate lafa hektaara kuma 3 fi 400 irra miidhaa qaqqabsiisuu Waajjirri Qonnaa aanichaa beeksiise.
Hoomaan…
Obbo Iristuun lafti qotamuu qabu osoo hin qotamini akka hin hafne hubachiisan
Finfinnee, Waxabajjii 27, 2013 (FBC) – Itti Aanaan Preezdaantii naannoo Kibbaa obbo Iristuu Yirdaawu lafti qotamuu qabu osoo hin qotamin akka hin hafne hubachiisaniiru.
Ityoophiyaatti…
Manneen hojii ministeeroota garaagaraa boqachuu Dooktara Kabajaa Abbabach Goobanaa gaddi itti…
Finfinnee, Waxabajjii 27, 2013 (FBC) – Manneen hojii ministeeroota garaagaraa boqachuu Dooktara Kabajaa Abbabach Goobanaa gaddi itti dhaga'amuu ibsaniiru.
Ministirri Ministeera Nageenyaa…
Biirichi dubartoonnii fi dargaggoonni miiliyoonni 2.5 ol tajaajila lammummaa gannaa irratti ni…
Finfinnee, Waxabajjii 27, 2013 (FBC) – Oromiyaatti dubartoonnii fi dargaggoonni miiliyoonni 2.5 ol tajaajila lammummaa gannaa irratti kan hirmaatan ta'uu Biiroon Dhimma Dubartootaa,…
Yuunvarsiitiwwan naannoo Tigraayitti argaman hojii baruu fi barsiisuu idilee gaggeessaa jiraachuu…
Finfinnee, Waxabajjii 27, 2013 (FBC) – Yuunvarsiitiwwan naannoo Tigraayitti argaman hojii baruu fi barsiisuu idilee gaggeessaa jiraachuu Ministeerri Saayinsii fi Dhaabbilee Barnootaa Olaanoo…
Jiraattoota sababa sodaa Mallattoo kirkira lafaa muul’ateen qe’eef qabeenyarraa…
Finfinnee, Waxabajjii 27, 2013 (FBC) – Mallattoo kirkira lafaa deddeebi'aa aanaa Zuwaay Dugdaatti muul'ateen jiraattoota qe'eef qabeenyarraa buqqa'an waliin mariin tasgabbii taasifamuu…
Aadde Adaanach boqachuu Dooktara kabajaa Abbabach Goobanaa gaddi itti dhaga’amuu ibsan
Finfinnee, Waxabajjii 27, 2013 (FBC) – Itti aantuun Kaantibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebeen boqachuu haadha hiyyeessaa Dooktara kabajaa Abbabach Goobanaa gaddi onnee camse itti…
Mootummaan naannoo Oromiyaa boqachuu Dooktara kabajaa Abbabach Goobanaa gaddi itti dhaga’amuu…
Finfinnee, Waxabajjii 27, 2013 (FBC) –Bulchiinsi Mootummaa naannoo Oromiyaa boqachuu haadha hiyyeessaa Dooktara kabajaa Abbabach Goobanaa gaddi onnee camse itti dhaga'amuu ibse.
Dooktarri…
Dooktar Abiy boqachuu Dooktara kabajaa Abbabachi Goobanaa gaddi itti dhaga’amuu ibsan
Finfinnee, Waxabajjii 27, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad boqachuu Dooktar kabajaa Abbabachi Goobanaa gaddi itti dhaga'amuu ibsaniiru.
Lubbuun Abbabachi…