Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa walga’ii addaa 4ffaa bara hojii 6ffaa boru ni…
Finfinnee, Waxabajjii 27, 2013 (FBC) – Manni Maree Bakka Bu'oota Ummataa walga'ii addaa 4ffaa bara hojii 6ffaa boru sa'aatii 3:00 irraa eegalee ni gaggeessa jedhameera.
Walga'ii addaa…
Naannoo filannoo Qucaatti sagaleen lakkaawwamaa jira
Finfinnee, Waxabajjii 27, 2013 (FBC) –Naannoo filannoo Qucaatti bakka waldaaleen siiviilii, bakka buutoonni paartilee siyaasaa argamaniitti sagaleen lakkaawwamaa jiraachuu ibsameera.…
Dooktarri Kabajaa Abbabachi Goobanaa boqotan
Finfinnee, Waxabajjii 27, 2013 (FBC) –Dooktarri Kabajaa Abbabachi Goobanaa addunyaa kanarraa du'aan boqotan.
Moggaasa maqaa Maazar Tereezaa Afrikaa jedhamuun kan beekkaman Dooktarri…
Qonnaan bultoota bulchiinsa magaalaa Galaaniif Saayit pilaaniin abbaa qabeenyummaa lafaa laatame
Finfinnee, Waxabajjii 27, 2013 (FBC) – Qonnaan bultoota bulchiinsa magaalaa Galaaniif saayit pilaaniin abbaa qabeenyummaa lafaa laatamuu himameera.
Qonnaan bulaan lafee dugdaa guddina…
Koolleejjiin barnoota barsiisota Yaaballoo barsiistota muummee 4 barsiisaa ture eebbisiise
Finfinnee, Waxabajjii 27, 2013 (FBC) – Koolleejjiin barnoota barsiisota Yaaballoo yeroo jalqabaatiif barsiistota muummee 4 simatee barsiisaa ture eebbiseera.
Koolleejjiin Barnoota…
Guutiinsa Bishaanii Marsaa 2ffaa milkiin gaggeessuuf Raayyaan Ittisaa qophii ta’eera Leetanaal…
Finfinnee, Waxabajjii 27,2013 (FBC) - Guutiinsa Bishaanii Hidha Haaromsaa Marsaa 2ffaa milkiin xumuruuf Raayyaan Ittisaa qophii amansiisaa taasiisuu Walitti Qabaan Komaand Poostii Godina…
Tajaajilli kenna hojii tola ooltummaa aanaalee fi magaalota Harargee Lixaatti eegalame
Finfinnee, Waxabajjii 26, 2013 (FBC) – Godina Harargee Lixaatti aanaalee fi magaalota hunda keessatti tajaajilli kenna hojii tola ooltummaa dameewwan garaagaraan eegalamuu ibsame.…
Raayyaan ittisa biyyaa uummata biyyaatti maraaf kan tajaajiluu malee qaama tokkoof kan dhaabbatu…
Finfinnee, Waxabajjii 26, 2013 (FBC)- Raayyaan Ittisa Biyyaa FDRI uummata biyyaatti maraaf kan tajaajiluu malee kan qaama tokkoof dhaabbatu miti jechuun Leetinaal Jeneraal Baacaa Dabaleen…
Abbaan Taayitaa Geejjiba Oromiyaa tajaajilasaa ammayyeessuuf hojjechaa jiraachuu ibse
Finfinnee, Waxabajjii 26, 2013 (FBC)- Abbaan Taayitaa Geejjiba Oromiyaa tajaajilasaa ammayyeessuuf hojjechaa jiraachuu ibseera.
Tajaajila geejjibaa teeknooloojiin tumsuu fi si’eessuuf…
Dhaabbileen tajaajila mootummaa laataan tajaajila kabajaa lammiileef qabu laachuun irraa…
Finfinnee, Waxabajjii 26, 2013 (FBC)- Dhaabbileen tajaajila mootummaa laataan tajaajila kabajaa lammiileef qabu laachuun irraa kan eegamu ta’uu Ministirri Ministeera Nageenyaa aadde…