Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Xumurri dorgommii dorgaa dorgee Faanaa Lamiroot boqonnaa 7ffaan gaggeeffame
Finfinnee, Waxabajjii 26, 2013 (FBC)- Xumurri dorgommii dorgaa dorgee Faanaa Lamiroota boqonnaa 7ffaan gaggeeffameera.
Injifattootaafis badhaasni Birriin 500,000 laatameera.…
Dooktar Liyaan kutaa magaalaa Lidaataatti mana harka qalleeyyii haaromsuun eegalchiisan
Finfinnee, Waxabajjii 26, 2013 (FBC)- Ministirri Minsteera Fayyaa Dooktar Liyaan Taaddasaan kutaa magaalaa Lidaataatti tajaajila lammummaa bara kanaatin mana harka qalleeyyii haaromsuun…
Raayyaan ittisa biyyaa yeroo kamiyyu mo’ataadha-qulqulleessa odeeffaannoo labsii yeroo ariifachiisa
Finfinnee, Waxabajjii 26, 2013 (FBC)- Gaachana uummataa Ityoophiyaa kan ta’ee rayyaan ittisa biyyaa yeroo kamiyyu mo’ataa ta’uu qulqulleessa odeeffaannoo labsii yeroo ariifachiisa…
FBCn reediyoodhaan sagantaa bashanannaa ‘Maarafiyaa’ jedhu eegale
Finfinnee, Waxabajjii 26, 2013 (FBC)- Faanaa Broodkaasting Koorporeet reediyoodhaan sagantaa bashananaa ‘Maarafiyaa’jedhu guyyaa har’a ifatti eegalchiiseera.
Hojii gaggeessaan Faanaa…
Hawaasni idil addunyaa birmadummaa Ityoophiyaa guutuummaa guutuun kabajuu qaba-Chaayinaa
Finfinnee, Waxabajjii 26, 2013 (FBC)- Hawaasni idil addunyaa birmadummaa Ityoophiyaa guutuummaa guutuutti kabajuu qaba jechuun Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti ergamaan aadda Chaayinaa…
Bashaashaatti hojiin tajaajila lammummaa gannaa eegale
Finfinnee, Waxabajjii 26, 2013 (FBC)-Biiroon Dhimma Dubartoota ,Daa'immanii fi Dargaggoota Oromiyaattin hojiin tajaajila lammummaa gannaa bara 2013 godina Jimmaa aanaa Gommaa ganda…
Koolleejjiin barsiisoota Asallaa fi Mattuu barsiistoota ogumma garagaraan leenjisaa turan…
Finfinnee, Waxabajjii 26, 2013 (FBC)- Koolleejjiin barsiisoota Asallaa fi Mattuu barsiistoota ogumma garagaraan leenjisaa turan eebbisisaaniiru.
Kolleejjiin Barnoota Barsiisota Asallaa…
Koolleejjii barsiisoota Dabra Birhaan barsiisoota kuma 1 fi 402 eebbisiise
Finfinnee, Waxabajjii 26, 2013 (FBC)- Koolleejjiin barsiisoota Dabra Birhaan barsiisoota ogummaa garagaraatin barsiisaa ture kuma 1 fi 402 eebbisiseera.
Eebbifamtoonni kutaa barnootaa 13n…
Magaalaa Wanjiitti dirqamni lammummaa gannaa bara 2013 eegalame
Finfinnee, Waxabajjii 26, 2013 (FBC)- Biiroon Dhimma Hojjetaafi hawaasummaa Oromiyaa Tajaajila Dirqama lammummaa gannaa bara 2013 Godina Shawaa Bahaa Bulchiinsa Magaalaa Wanjiitti guyyaa…
Ityoophiyaanoonni kumni 2 fi 234 Saa’ud Arabiyaarra gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Waxabajjii 26, 2013 (FBC)- Lammiileen Ityoophiyaa kumni 2 fi 534 Saa’ud Arabiyaarra gara biyyaa dee’aniiru.
Lammiilee Ityoophiyaa Saa’ud Arabiyaatti argaman gara biyyaa…