Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Godina Arsii aanaa Zuwaay Dugdaa ganda Biiteetti mallattoo kirkira lafaa muda’ateen abbootiin…
Finfinnee, Waxabajjii 26, 2013 (FBC)- Godina Arsii aanaa Zuwaay Dugdaa ganda Biiteetti mallattoo kirkira lafaa muda'ateen abbootiin warraa 373 maatii kumni 2 fi 303 qe’eesaaniirra…
Aadde Adaanach Abeebeen daa’imman waliin biqiltuu dhaaban
Finfinnee, Waxabajjii 26, 2013 (FBC)- Itti aantuun kantiibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee daa’imman waliin biqiltuu dhaabaniiru.
Aadde Adaanach Abeebee fuula Feesbuukii…
Manni Maree Nageenyaa mootummaa naannoo Tigraayitti waliigaltee dhuukaasa dhaabuu labse raggaasise
Finfinnee, Waxabajjii 26, 2013 (FBC)- Dhaabbaata Mootummoota Gamtoomaniitti Manni Maree Nageenyaa Mootummaan Ityoophiyaa waliigaltee dhukaasa dhaabuu naannoo Tigraayitti labse raggasiseera.…
Badhaadhinni filannoo yoo injifate paartileen morkattoota akkaataa hirmaannaa isaaniin caasaa…
Finfinnee, Waxabajjii 25, 2013 (FBC) –Paartiin Badhaadhinaa filannoo yoo injifate paartileen morkattoota akkaataa hirmaannaa isaaniin caasaa mootummaan keessatti bakka bu'iinsa kan argatan…
Obbo Dammaqaan Ministira Alaa Siwiidiin waliin mari’atan
Finfinnee, Waxabajjii 25, 2013 (FBC) - Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makonniin Ministira Alaa Siwiidiin Anii Liind waliin…
Riqicha Takkazee gareen ABUT barbadasse riqicha socho’aa waraanaan bakka buusuuf hojjetamaa…
Finfinnee, Waxabajjii 25, 2013 (FBC) - Riqicha Takkazee gareen ABUT barbadasse riqicha socho’aa waraanaan bakka buusuuf hojjetamaa jiraachuu Qulqulleessi ragaa labsii yeroo ariifachiisaa…
Dooktar Abiy ergaa baga geessanii Kabaja Ayyaana Waggaa 100ffaa Koomiiniistii Paartii Chaayinaa…
Finfinnee, Waxabajjii 25, 2013 (FBC) - Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad ergaa baga geessanii Kabaja Ayyaana Waggaa 100ffaa Koomiiniistii Paartii Chaayinaa dabarsaniiru.…
Godina Jimmaatti Proojektoonni misoomaa garagaraa eebbifaman
Finfinnee, Waxabajjii 25, 2013 (FBC) - Godina Jimmaatti aanaa Oomoo Beeyemitti Proojektoonni misoomaa garagaraa Birrii miiliyoona dhibba 1fi miiliyoona 47 oliin hojjetaman…
Komishiniin Gumrukaa fi Yuunvarsiitiin Finfinnee waliin hojjechuuf waliigalan
Finfinnee, Waxabajjii 25, 2013 (FBC) - Komishiniin Gumrukaa fi Yuunvarsiitiin Finfinnee waliin hojjechuuf sanada waliigaltee mallatteessan.
Komishinarri Komishinii Gumrukaa obbo…
Baatii itti aanuutti haalli qilleensa jiidhinsa mudatuu qabeenya bishaanii ni dabalaa jedhameera
Finfinnee, Waxabajjii 25, 2013 (FBC)- Baatii itti aanuu haalli qillensaa jiidhinsa qabu mudatuun qabeenya bishaanii dabaluuf shooraa olaanaa qabachuu Eejensiin Meetrooloojii Biyyoolessaa…